Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Ityoophiyaan labsii Paarlaamaan Arabaa dhimma Hidha Laga Abbaay ilaalchisee baase mormuun xalayaa barreessite
Afa-Yaa’iin Paarlaamaa Ityoophiyaa Obbo Taaggasa Caafoo Xalayaa November 25/2019, Afa-Yaa’ii Paarlaamaa Arabaa Mishaal Bin Fahmi Al-Salaamiif barreesseen, dhimma hidha laga…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbilee Faayinaansii Ityoophiyaa gama Interneetiitiin butuuf yaaliin godhamee akka ture ibsame
Hooggantuun Dhaabbata Telekominikeeshiinii Ityoophiyaa Aadde Firehiywot Taammiru AP’f akka himtetti, yaalii gama Interneetiitiin dhaabbilee Faayinaansii butuuf raawwatame kana qolachuuf jecha,…
Guutuu Dubbisi » -

Baalli Sammuu namaa hadoochu Finfinnee Buufata Xiyyaara Booleetti qabamuu ibsame
Ministeerri Galiiwwan Ityoophiyaa ibsa baaseen, baalli sammuu namaa hadoochu kilograma 11.8 Arba’aa kaleessaa buufata Xiyyaara Boolee keessatti kan qabame tahufi,…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa konkolaataa Aanaa Arsii Nageelleetti muudateen lubbuun namoota 5 darbe
Balaan kun har’a waaree booda Godina Arsii Lixaa Aanaa Arsii Nageelleetti kan muudate yoo tahu, lubbuun namoota shanii battalumatti dabruu…
Guutuu Dubbisi » -

Obboo Lammaa Magarsaa walitti makamuu Paartiilee ADWUI kan hin fudhanne tahuu beeksise
Obbo Lammaan gaafii fi deebisaa raadiyoo sagalee Ameerikaa VOA waliin godheen, Jalqabuma irraa yaada Ida’amuu jedhuu fi Paartiilee walitti mukuu…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensoonni Kaabinee Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Hoggantoota Majlisa magaalattii waliin mari’atan
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensoonni kabineen bulchinsa magaalattii, guyyaa har’aa hogantoota fi miseensoota boordii Majlisa…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin Paartiileen siyyaasaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin gaggeessaa turan adda cite
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Jum’aa har’aa wixinee dambii seera filannoo raawwachiisuuf dhihaate irratti, paartiilee mormitootaa waliin marii jalqabee kan ture tahus,…
Guutuu Dubbisi » -

Mormitoonni Iraaq Qonsilaa Iiraan magaalaa Najaafitti argamu guban
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa biyyattii keessatti babal’ateen walqabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe mormuun ji’a lama dura daanditti bahuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni cehumsaa hojiiwwan ji’oota jaha keessatti akka hojjetuuf karoorfame kan hin hojjatin tahuu ibsame
Ji’a jaha dura hoggantoonni Majlisa Federaalaa duraanii hundi aangoo irraa kaafamuun, Majlisni cehumsaa ji’oota jahaaf turu kan Ulamaafi hayyootaan hundeeffame…
Guutuu Dubbisi » -

ODP fi ADP’n Paartii Badhaadhina Itoophiyaatti makamuuf Murteessan
Paartiilee miseensa ADWUI jidduu kan tahan, paartiin naannoo Oromiyaa bulchuu jiru ODP fi kan naannoo Amaaraa bulchuu jiru ADP’n, guyyaa…
Guutuu Dubbisi »










