Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Mann Marii Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa dararaa lammiilee fi diiggaa masjiidota irratti raawwatamaa jiru balaaleffate
Mannii marii dhimmoota Islaamummaa Federaalaa har’a waaree boodaa haala yeroo irratti ibsa kan kenne yoo tahu, gubamuu fi diigggaa masjiidotaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Naannoo Tigraay ‘gaafii hawaasa Muslimaa hin deebisu’ jedhe
Naannoo Tigraayi magaalaa Aksuumitti sababa ‘magaalaattiin magaalaa kabajamtuu Ortodoksiti’ jedhuun hawaasni Muslimaa dararamaa jira. Muslimoonni Aksuum iddoo awwaalchaa dhabuufi Masjida…
Guutuu Dubbisi » -

Ibiddi Masjida Murti-Guutoo kan magaalaa Dirree Dhawaatti qabsiifame dirmannaa Ummanni godheen to’annaa jala oolfamuu gabaafame
Ibiddi kun garee maqaa SAATANAW jechuun of gurmeessee magaalaatti keessa socho’uun kan qabsiifame tahuu odeeyfannoon ni addeessa. Namni naannawa san…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Adaamaa keessatti namoota gurmaayanii lubbuu namaa fi qabeenya balleessan jidduu 68 too’annaa jala oolfamuu ibsame
Hiriira mormii godinaalee Oromiyaa keessatti guyyoota dabran geggeeffamaa ture hordofuun, gareewwan gurmaayan magaalota Oromiyaa heddu keessatti jeequmsa amantaa kaasuuf yaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiidni Adaamaa ganda 01 keessatti argamu gareewwan jibbaa Islamummaa leellisaniin diigame
Hiriira mormii godinaalee Oromiyaa keessatti guyyoota lamaan dabran geggeeffamaa ture hordofuun, gareewwan jibbaa Islaamummaa leellisan magaalota Oromiyaa heddu keessatti jeequmsa…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Jawaar Muhammad Hiriirri mormii Godinaalee Oromiyaatti geggeffamaa jiru akka dhaabatu gaafate
Halkan dheengaddaa waardiyoonni Aktivistii fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad haal duree tokko malee eeggumsa isaa addaan kutanii akka bahan…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganoonni paartilee siyaasaa fi hayyoonni Oromoo haala yeroo irratti ibsa laatan
Ibsa kana irratti ,Gochi eeggumsa xinxalaa siyaasaa Jawar Muhammad irratti raawwatame gama kamiinillee fudhatama kan hin qabneefi jijjiirama kana kan…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Naannoo Oromiyaa heddu keessatti mormiin ummataa guyyaa lammataatiif itti fufee jira
Magaalota guyyaa har’aa mormiin keessatti geggeeffamaa jiru jidduu Burrayyuu, Bishooftuu, Dukam, Amboo, Incinnii, Walisoo, Shaashamannee, Dodolaa fi Adaabbaan keessatti argamu.…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan naannoo Oromiyaa ‘tarkaanfiin eeggumsa Jawaar Muhammad irratti fudhatame dogongora’ jedhe
Halkan edaa waardiyoonni Aktivistii fi Daayrektara OMN Obbo Jawaar Muhammad haal duree tokko malee eeggumsa isaa addaan kutanii akka bahan…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira Godinaalee Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiruun hanga ammatti lubbuun dargaggoota 6 galaafatamuu gabaafame
Hiriirri Oromiyaa keessatti ganama arraa jalqabe akkuma itti fufe jira. Kanuma hordofuun tarkaanfii waraanni mootummaa hirmaattota hiriira kanaa irratti fudhataniin…
Guutuu Dubbisi »










