Ibiddi kun garee maqaa SAATANAW jechuun of gurmeessee magaalaatti keessa socho’uun kan qabsiifame tahuu odeeyfannoon ni addeessa.
Related Posts
Namni naannawa san irraa bilbilaan dubbisne nuuf himetti ,” abiddi kun galgala keessaa naannawa sa’aa 5:00tti masjidicha irratti qabsiifamuu fi dirmannaa ummanni taasiseen to’annaa jala oole jira” jedhe.
Dabalataanis yeroo saniitti waraanni rayyaa ittisa biyyaa dargaggoota ibidda masjida irraa dhamsuuf achiitti argaman bitineessaa waan tureef miidhaan hagam akka dhaqabe kan hin beekamne tahuus odeeyfannoon ni addeessa.
You must log in to post a comment.