Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Paarlaamaan wixinee labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa walgahii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, wixinee labsii filannoo biyyalessaa fi galmee paartilee siyaasaa, akkasumas naamusa filannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma barnoota Afaan Oromoo irratti xiyyeeffannan kan hojjatu tahu ibse.
Dhimmi barnoota Afaan Oromoo, dhimma mariif hin dhiyaanne. Guddina afaanichaaf xiyyeeffannoo addaatin kan hojjetu tahuu Itti aanaan Prezidantii mootummaa naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Bakka bu’oota hawaasa muslimaatiif leenjiin hubannoo tajaajila gumaata dhiiga kenname
Leenjii Waldaan gargarsaa fi misoomaa Mustaqbal, Tajaajila Baankii Dhiigaa Biyyoolessaa waliin tahuun hoteela Kontinentaalitti qopheessan kana irratti, Ministerri Fayyaa Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Qaxar ministeera haajaa alaa biyyattitiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira
Jilli qondaaltota mootummaa Qaxar ministeera haajaa alaa biyyattii Sheikh Muhammad Bin Abdurrahmaaniin durfamu Ityoophiyaa kan daaw’ataa jiru yoo tahu, har’a…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa magaalaa kabajamtuu Makkaatti marii godhan
Marii guyyoota 2f geggeeffame kana irratti Prezidaantii Mana Marii Ulamaa’ota Ityoophiyaa Muftii Haaj Umar Idiriis, itti aanaa Prezidaantii Mana Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Ejensiin Qormaata Biyyoolessaa Qabxiin Barnoota “Scholastic Aptitude’ kan sirreeffame galgala har’a kan gadhiifamu tahu beeksiise
Qabxii Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa dhiheenya ibsame irratti, barattoota, maatii barattoota fi biiroo barnoota naannoolee gara garaa irraa komiin ka’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qabxiin Qormaata Biyyaaleessaa kutaa 12ffaa dogoggora waan qabuuf akka sirreeffamu gaafate
Qabxii Qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa kibxata ibsame irratti komiin guddaan ka’aa jiraatuu gabaasne ture. Biiroon barnootaa naannoo Oromiyaatis Qabxiin qormaata…
Guutuu Dubbisi »









