Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Qabxii qormaata biyyoolessaa guyyaa kaleessaa bahe irratti komiin guddaan ka’aa jiraatuu ibsame
Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa guyyaa kaleessaa kan ibsame yoo tahu, qabxiin barattootaa bara kanaa Finfinnee fi Oromiyaa dabalatee naannolee…
Guutuu Dubbisi » -

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 12ffaa ifa tahe
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa har’a waaree booda akka ibsetti, barattoonni qabxii qormaata isaanii karaa ergaa barreeffamaa (Text Message)…
Guutuu Dubbisi » -

Dhibeen Chikungunya jedhamu Magaalaa Dirree Dhawaa keessatti babal’atuu ibsame
Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Dirree Dawaa Dr. Fu’aad Kadiir dhibee Chikungunya magalattii keessatti ka’e ilaalchisee ibsa har’a kenneen, hanga ammaatti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii deggarsa Timira toonii 250 Itiyoophiyaaf kenne
Deeggarsi namoomaa kun gama dhaabbata mootummoota gamtoomanii Ajjeensii sagantaa nyaataatiin Ityoophiyaa gahe. Guyyaa kaleessaa waajjira dhaabbatichaa magaalaa Finfinneetti argamutti qondaaltootni…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad Ayyaana Iidal Adahaa Sababeeffachuun ijoollee Yatiimotaa daaw’ate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Itti aanaan Kantiibaa magaalaa Finfinnee Injinar Taakkalaa Uumaa waliin tahuun, mana barumsa Yatiimotaa Waldaa Qur’aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa Masjiidaa Kaaree Meetra 4000 hawaasa muslimaatiif kenne
Itti aanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee injinar Taakkalaa Uumaa guyyaa hardhaa naannawa Labuu iddoo Vaarneeroo jedhamu dhaquun, bakka masjiidni Aliif dheengadda…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Masjida kaleessa diigame guyyaa boruu bakkatti deebisee kan ijaaru tahu ibse
Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa laaftoo keessatti Masjidni Aliif guyyaa kaleessaa namoota bulchiinsa magaalichaa irraa ergamaniin kan diigame yoo tahu, yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Aanaa Gumbii Bordodeetti raawwatameen lubbuun nama 7 galaafatame.
Godina Harargee lixaa aanaa Gumbii Bordooddee ganda Gumbii iddoo Gimjaabeetii jedhamuutti, haleellaa qaamolee hidhataniin guyyaa har’aa ummata nagayaa irratti raawwatameen…
Guutuu Dubbisi » -

Masjidni Aliif kan magaalaa Finfinnee aanaa Laaftootti argamu diigame
Masjidni Aliif, magaalaa Finfinnee aanaa Laaftoo araddaa 01 Veroonikaa riil Isteet dubbatti argama. Sababa Kaartaa hin qabu fi ijaarsa seeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Namoonni Prezdaantii Naannoo Somaalee duraanii mana hidhaatii humnaan baasuuf yaalan too’annaa jala ooluu gabaafame
Namoonni Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii Obbo Abdii Illee humnaan mana hidhaatii baasuuf yaalan to’aannaa jala ooluu gaazexaan Reporter gabaase.…
Guutuu Dubbisi »









