Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Lammiileen Oromoo Magaalaa Mooyyalee irraa buqqa’an rakkoo irra jiraatuu ibsan
Lola hidhattonni naannoo Somaalee magaalaa Mooyyalee keessatti geggeessaa jiraniin, namni heddu haala sukkanneessaa taheen ajjeefamuu akkasamus, lammiileen lakkoofsaan heddu tahan…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree hawaasa muslimaa ministera nageenyaa waliin mari’atan
Marii kanaan Koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa dhimmoota hanga ammaa hojjate fi kanneen fuul duraaf hojjatuuf karoorfame irratti ibsi kan…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Mooyyalee keessatti Poolisii Oromiyaa tokko dabalatee namoota 7 ajjeessuu gabaafame
Guyyaa hardhaa miseensa Poolisii Oromiyaa kan tahe ajajaa shantamaa Abdinuur jedhamu dabalatee, namoonni 7 waraana Makkalaakayaatiin kan ajjeefaman tahuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Koree jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa waliin mari’aate
Mariin guyyaa hardhaa waajjira muummicha ministeeraa keessatti geggeefame kun, hojii koreen guyyaa hundeeffame irraa kaasee rakkoowwan hawaasa muslimaa hiikuuf hojjataa…
Guutuu Dubbisi » -

Lolli Hidhattoonni Naannoo Somaalee Magaalaa Mooyyaalee keessatti banan hammaatee itti fufee jira
Hidhattoonni naannoo Somaalee Arba’aa kaleessaa irraa jalqabee Magaalaa Mooyyaalee keessatti lola hamaa kan jalqaban yoo tahu, lolli kun guyyaa har’aatis…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Federaala Caalbaasii iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman gurguruuf bahe uggure
Manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman, abbootii qabeenyaatti gurguruuf caalbaasii baasuu isaa gabaasuun keenna ni…
Guutuu Dubbisi » -

Qaxar Magalaa Finfinnee keessatti Hospitaala Waldhaansa Dhibee Kalee ijaaruuf tahuu gabaafame
Ministeerri Fayyaa Amiir Amaan fi Ityoophiyatti Ambaasaaddarri Qaxar Hammaad Al-Dawsari har’a kan mar’atan yoo tahu, mootummaan Qaxar gama dhaabbata biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Maree walii gala Dhimmoota Islaamaa caalbaasii iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman gurguruuf bahe uggure
Manni marii dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman, abbootii qabeenyaatti gurguruuf caalbaasii baasuu isaa gabaasuun keenna ni…
Guutuu Dubbisi » -

Maallaqni Seeraan alaa kuntaala 16 too’annaa jala oolfamuun gabaafame.
Maallaqni kun too’annaa jala kan oolfame godina Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo keessatti yoo tahu, maallaqni birrii miliyoona saddeettama tahu kuntaala…
Guutuu Dubbisi » -

Majliisni magaalaa Finfinnee iddoowwan naannawa masjiida Anwaaritti argaman caalbaasiin gurguruuf akka tahe gabaafame
Hawaasni Muslimaa kanaan dura, galii dukkaanota masjiida Anwaar irraa argamu bulchiinsi masjiidaa fi qaamni dhimmi ilaallatu akka ifa godhuuf gaafataa…
Guutuu Dubbisi »










