Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Sheikh Jamaal Baddeeysaa (Abuu Saalih) biyya baqaa irraa gara biyyaatti deebi’uuf kan qophaayaa jiran tahuun beekame
Godina Harargee Lixaa magaalaa Baddeeysaa keessatti Imaamaa fi Khaxiiba kan turan Sheik Jamaal Baddeessaa, waggaa 7 dura roorroo mootummaa jalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Aanaa Cinaaqsan Araddaalee heddu keessatti lolli hamaan geggeeffamaa oolu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan gandoota adda addaa keessatti waraanni naannoo Somaalee weerara hamaa geggeessaa jiraatuu odeeffannoon naannawa irraa nu…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Abdallaah Sheikh Ismaa’il gara ganda Aakhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa Innaa Ileeyhi Raaji’uun! Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Abdallaah barnoota diinii biyyoota Masr fi Suudaan keessatti baratuun…
Guutuu Dubbisi » -

Aadde Ma’aazaa Ashannaafii Prezdaantii mana murtii walii galaa tahuun muudamte
Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii guyyaa har’aa geggeesseen kaadhimamtoota muummichi ministeeraa Mana Murtii walii galaa akka hoggananiif dhiheesse raggaasisee jira. Muummichi Ministeeraa…
Guutuu Dubbisi » -

Meeshaan waraanaa Karaa Seeraa alaatiin biyya keessa seensifame Finfinnee keessatti qabame
Shugguxiin 999 tahu guyyaa har’aa osoo magaalaa Finfinnee seensifamaa jiru to’annaa Poolisii jala kan oole tahuu FBC’n gabaase. Meeshaan waraanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawwannaa hojiitiif Jarman seene
Muummichi Ministeera Dr Abiy Ahmad guyyaa kaleessaa dawwannaa hojiitiif gara Awuroppaa imaluun Paaris keessatti prezdaantii Faransaay Imaanu’eel Makroon waliin dhimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Loltoota WBO fi Waraana Mootummaa jiddutti uumameen lubbuun nama 8 galaafatame
Godina Wallaggaa Lixaa keessatti Makkalaakayaa fi hidhattoota Adda Bilisummaa Oromoo jiddutti walitti bu’iinsa uumameen, lubbuun namoota hedduu kan bade tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif gara Awurooppaa Imale
Dr Abiy affeerraa Prezdaantii Faransaay Imaanu’eel Makron fi Chaansilarii Jarman Anjeelaa Maarkel irraa dhihaateen gara Awurooppaa imale. Haaluma kanaan har’a…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Asallaatti geggeeffame
Sagantaan kun Jama’aa Asallaatiin kan qophaa’e yoo tahu , mata duree gara garaa irratti muhaadaraan daa’iiwwan gurguddoo hedduun kennamuu odeeyfannoon…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Naannoo Amaaraa heddu keessatti Alhada har’aa hiriirri geggeeffame
Magaalota naannoo Amaaraa hiriirri keessatti geggeeffame jidduu Baahirdaar, Goondar, Dabra Birhaan, Dabra Taaboor, Saqooxaa,Hayiqi, Dasee fi magaaloota biroo keessatti tahuu…
Guutuu Dubbisi »










