Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Isaayyaas Afaworqii Rayyaa waraana biyoota lamaanii daangaa irra jiru daaw’atan
Itti gaafatamaan waajjira Muummichaa obbo Fitsum Araggaa akka ibsetti hoggantoonni lamaan har’a ganama adda waraanaa Buree jedhamutti wal argan. Araara…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Ahmaddiin Jabal Miseensa Boordii Ejeensii Sabqunnamtii magaalaa Finfinnee ta’uun filatame
Dubbii himaa koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi barreessaa koree miseensa 9 qabu kan dhimma Hawaasa Muslimaa akka qoratuuf, Muummicha…
Guutuu Dubbisi » -

ABO fi KFO waliin hojjachuuf kan walii galan tahuu beeksisan
Kongirasiin Federaalawa Oromoo fi Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-Shanee) ibsa guyyaa har’aa waliin kennaniin, marii hagayya 24,2010 waliin geggeessaniin ijaarsa sirna…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa waraanni Liyyuu Poolisii Aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti raawwateen lubbuun namaa darbe
Alhada har’aa waraanni liyyuu poolisii Godina Harargee Bahaa aanaa Mayyuu Mulluqqee keessatti dhalataa Oromoo tokko ajjeessuun kan biraa immoo madeessuu…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Paartii Ginboot Sabaat har’a ganama Finfinnee seenan
Dura Taa’aa Paartii Ginboot 7 Profeesar Birhaanuu Naggaa, Barreessaa Paartichaa Andaargaachawu Tsiggee akkasumas miseensonni fi hooggantoonni paartii kanaa ganama har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa Magaalaa Mooyyaalee keessatti ka’een namni 2 ajjeefame.
Sabtii har’aa Asrii booda naannaawa sa’aa 11:00 magaalaa Mooyyalee ganda 02 kan Boolee jedhamuun beekamu keessatti walitti bu’iinsa uumameen, dhalattoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonnii fi Waraanni Adda Bilisummaa Oromoo Fulbaana 5 gara biyyaatti kan galan tahuun gabaafame.
Koreen simannaa Addichaa ibsa har’a kenneen akka jedhetti, hogganaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO-Shanee) Obbo Daawud Ibsaa fi hooggantoonni Ol’aanoon, akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majliisa Naannoo Somaalee aangoo lakkisaan
Guyyaa har’aa magaalaa Jigjigaatti Prezdaantiin naannichaa Obbo Musxafaa Muhammad Umar hoggantoota majliisaa, Ulamaa’otaa fi daa’iiwwan waliin dhimma majliisa naannichaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Da’awaa Sheikh Muhammad Raabiin durfamu gara godina Booranaa imale
Jilli Da’awaa kun Daa’iiwwan magaalota Roobee fi Shaashamannee irraa walitti dhufan kan hammate yoo tahu, ganama har’a Godina Baalee irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Naannoo Benshaangulitti ka’een dhalattoonni Oromoo 17 ol ajjeefaman
Naannoo Benshaangul iddoowwan DaalattIi, Odaa Goodarree, Qooncoo fi Sirbaa jedhamanitti walitti bu’iinsa saboota Bartaa fi Oromoo jiddutti ka’een, yoo diqqaate …
Guutuu Dubbisi »










