Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Ulamaa’ota gurguddoo biyya keenyaa kanneen gara biyyaa deebi’uuf qophii irra jiran simaatuuf qophiin hoo’aan godhamaa jira
Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa sababa cunqursaa mootummaatiin biyya irraa dhiibamanii biyya ambaa keessa jiraataa turan, jijjiirama biyyattii keessatti muldhataa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni Guddaan Biyya keenyaa Dr Jaabir Abdallaah gara Biyyaatti galuuf kan qophaayaa jiran tahuun beekame
Dr Jaabir Abdallaah (Liwa’uul Islaam) Cunqursaa fi roorroo mootummaan biyya keessatti amantaa fi saba keenya irratti raawwataa tureen biyya isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Ahbaashotaan qindeefamanii magaalaa Harar keessatti Hooggantoota majlisa haarawa filataman jeequuf socho’aa turan too’annaa jala oolan
Ganama har’a hooggantooni majliisa naannoo Hararii hawaasa muslimaatiin filataman iddoo qaamoonni nageenyaa, manguddoonni fi hawaasni muslimaa argametti, waajjira majlisaa hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Hooggantoonni Majliisa Naannoo Hararii aangoo wal harkaa fuudhan
Muummichi ministeeraa hooggantoota majliisa Federaalaa, koree furmaata barbaaddu hawaasa muslimaa fi garee walaba tahe irraa koree dhimma hawaasa muslimaa qoratee…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Mootummaa Itoophiyaa gara Ameerikaa imalee ture gara biyya deebi’e
Jilli qondaaltota mootummaa Itoophiyaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadin hoogganamu Kamiisaa dabre gara Ameerikaa imaluun, lammiilee Itoophiyaa Magaaloota Ameerikaa 3…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Godina Silxee Dubartoonni Sababa Niqaabaatiin hojii mootummaa irraa ari’amanii turan akka deebi’an murteesse
Naannoo Kibbaa keessatti ummanni Godina Silxee guutumatti Muslimaa tahuun isaanii ni beekkama. Haata’u malee maqaa finxaalessummaa too’achuu jedhuun yeroo dheeraaf…
Guutuu Dubbisi » -

Hidhattoonni 40 eenyummaan Isaanii hin beekamin buufata Xiyyaaraa Maqaleetti qabaman
Xiyyaarri Antoonoov kan hidhattoota eenyummaan isaanii hin beekamin fe’ate ganama har’aa Maqalee qubate. Asxaan uffataa fi Mallayyoo hidhattoota buufata Xiyyaara…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Abdulbaasix Sheik Idiriisiin hoogganamu Ustaaz Abdurrahmaan Huseeniif badhaasa kenne
Jilli Abdulbaasix Sheik Idiriisiin hoogganamu guyyaa kaleessaa magaalaa Roobee Baalee irraa badhaasa Arabiyaan-Majlisii fi saa’atii maqaa hoogganaa garee Sumayyootaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa Injinar Simmanyaw Baqqala rasaasaan rukutamee ajjeefamuu beeksise
Komishinar Janaraalli Komiishinii Poolisii Federaalaa Zeynuu Jamaal waaree booda ibsa kenneen, Injinar Simmanyaw Baqqala gurra bitaa duuba rasaasaan rukutamee ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Ameerikaa Imale
Imalli Dr Abiy kun ‘Imala tokkoomuu’ mooggaasa jedhu kan qabu yoo tahu, mataduree ‘Dallaa diiguun, Riqicha haa ijaarru’ jedhuun waltajjiiwwan…
Guutuu Dubbisi »










