Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hojiitiif gara Kooriyaa Kibbaa imale
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad affeerraa prezdaantii Kooriyaa Kibbaa irraa dihaateen halkan edaa garasitti kan imale yoo tahu, har’a ganama magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Emreets prezdaantii Indiyaa meedaaliyaa biyyattii ol’aanaa badhaase
Prezdaantiin Indiyaa Narendiraa Modi Sabtii har’aa gara Abu Daabii imaluun, meedaaliyaa kabajaa ol’aanaa harka Amiira Emreets Muhammad Bin Zayid…
Guutuu Dubbisi » -

Mudannoo paarlaamaa Keeniyaa fi Niiw Ziilaand keessatti mudatte
Torbee lamaan dabre kana keessa paarlaamaa biyyoota garagaraa lamatti mudannoon walfakkaatu mudate. Biyyoonni lamaan kun tokko biyya oollaa keenya Keeniyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan wixinee labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa walgahii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, wixinee labsii filannoo biyyalessaa fi galmee paartilee siyaasaa, akkasumas naamusa filannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Bosonni Amaazoon gubataa jira.
Bosona guddicha dachii tanaa Amaazoonitti belbelli ibiddaa eegi qabatee bubbulee jira . Belbelli ibiddaa bosona kanatti wagga waggaan ka’uun haarawaa…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan meesha waraanaa misaa’ela qilleensa irratti qolatu oomishuun eebbisiste
Iiraan meeshaa waraanaa misaa’ela qilleensa irratti qolatu kan Bavara-373 jechuun moggaaste hojjachuun, guyyaa kaleessaa bakka prezdaantiin biyyattii Hasan Rohaanii argametti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma barnoota Afaan Oromoo irratti xiyyeeffannan kan hojjatu tahu ibse.
Dhimmi barnoota Afaan Oromoo, dhimma mariif hin dhiyaanne. Guddina afaanichaaf xiyyeeffannoo addaatin kan hojjetu tahuu Itti aanaan Prezidantii mootummaa naannoo…
Guutuu Dubbisi » -

Manni marii mootummaa ce’umsaa Suudaan har’a muummicha ministeeraa muuduun hujii jalqabe
Manni marii mootummaa ce’umsaa guyyaa har’aa hoggansa biyyattii mana marii waraana Suudaan irraa fudhate kun, “Mana Marii Birmadummaa Suudaan”jedhamee moggaafame.…
Guutuu Dubbisi »










