Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

“‹”‹Bidiruun baqattoota 100 ol fe’attee deemaa turte dhidhimuun lubbuu nama hedduu galaafatte.
Dhaabbanni deggarsa Medicins Sans Frontieres(MSF) jedhamu, bidiruun baqattoota lakkofsaan hedduu tahan fe’atte naannawa qarqara galaana Liibiyaatti dhidhimuu ifoomse. Lubbuun nama…
Guutuu Dubbisi » -

Bakka bu’oota hawaasa muslimaatiif leenjiin hubannoo tajaajila gumaata dhiiga kenname
Leenjii Waldaan gargarsaa fi misoomaa Mustaqbal, Tajaajila Baankii Dhiigaa Biyyoolessaa waliin tahuun hoteela Kontinentaalitti qopheessan kana irratti, Ministerri Fayyaa Federaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli mootummaa Qaxar ministeera haajaa alaa biyyattitiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira
Jilli qondaaltota mootummaa Qaxar ministeera haajaa alaa biyyattii Sheikh Muhammad Bin Abdurrahmaaniin durfamu Ityoophiyaa kan daaw’ataa jiru yoo tahu, har’a…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Suudaan duraanii Umar Al-Bashiir har’a mana murtiitti dhiyaate
Abbaan alangaa biyyattii prezdaant Umar Al-Bashiir malaamaltummaan kan himate yoo tahu, haaluma kanaan prezdaantichi eega April dabre taayitaa irraa fonqolchamee…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Gibraltar Markabni Iiraan ji’a dabre qabamte akka gad lakkifamtu murteesse
Humni galaana Briteen Ji’a dabre Markaba Iiraan qoqqobbii Gamtaa Awrooppaa cabsuun boba’aa fe’attee gara Suuriyaa imalaa turte sababa jedhuun, qarqara…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Ispeen Baqattoota qarqara galaana Meditraaniyaan irratti ugguraman kan Simatu tahuu ibse.
Mootummaan Xaaliyaan torbee dabre, bidiruun baqattoota balaa Doonii galaana Meditraaniyaan irraa baraaraman fe’atte, daangaa galaana biyyattii akka hin seenne dhorkuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa boombii Afgaanistaan keessatti Sirna Cidhaa irratti raawwatameen namoonni 63 ol ajjeefaman
Afgaanistaan magaalaa Kaabul keessatti kaleessa galagala namtichi boombii ofirratti kiyyeesse gara galma cidhaa seenuun kan dhoose yoo tahu, haleellaa kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa magaalaa kabajamtuu Makkaatti marii godhan
Marii guyyoota 2f geggeeffame kana irratti Prezidaantii Mana Marii Ulamaa’ota Ityoophiyaa Muftii Haaj Umar Idiriis, itti aanaa Prezidaantii Mana Marii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Indiyaa uggura kutaa Kaashimiir irra kaa’ee ture haga tokko kaasuu ibse.
Mootummaan Indiyaa torbaan dabre Kutaa Kaashmiir kan ummanni keessa jiraatu irra jireessaan Muslimaa, mirga ofiin of bulchuu heerri biyyattii keeyyata…
Guutuu Dubbisi »










