Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Namoonni Prezdaantii Naannoo Somaalee duraanii mana hidhaatii humnaan baasuuf yaalan too’annaa jala ooluu gabaafame
Namoonni Prezdaantii naannoo Somaalee duraanii Obbo Abdii Illee humnaan mana hidhaatii baasuuf yaalan to’aannaa jala ooluu gaazexaan Reporter gabaase.…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Oromoo daangaa naannoo Somaalee irraa buqqifaman godina Baalee keessatti rakkoo hamaaf saaxilamuu ibsan
Lammiileen Oromoo weerara liyyuu hayliitiin waggaa lama dura qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamanii, aanota gammoojjii Baalee keessa qubsiifaman rakkoo…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan mootummaa Venezweelaa irra uggura keesse
Prezdaant Donaald Traamp qabeenya mootummaan Venezweelaa Amerikaa keessaa qabu hundi akka hin sochoone ajaja kan dabarse yoo tahu, kunis tarkaanfii…
Guutuu Dubbisi » -

Baqattoota 150 torbee dabre galaana Meditraaniyaan keessatti du’an jidduu lammiileen Ityoophiyaa 16 tahuu ibsame
Torbee tokko dura, bidiruun baqattoota seeraan alaa fe’attee gara Awrooppaa cehuuf yaalaa turte galaana Medtiraaniyaan irratti caccabuun, yoo xiqqaate baqattoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Paakistaan labsii Indiyaan bulchiinsa Kaashimiir diiguuf baaste balaaleffatte
Mootummaan Indiyaa Wixata kaleessaa irraa jalqabee mirga addaa ofiin of-bulchuu Kutaa Bulchiinsa Kaashimiir haquun, naannicha guututti too’annaa mootummaa jiddu galeessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suudaan walii galtee nageenyaa biyyattii keessatti mallatteefameef Ityoophiyaa fi Gamtaa Afrikaa galateeffate
Ministeerri Haajaa Alaa Suudaan biyyittii keessatti mootummaan ce’uumsaa karaa nagayatiin akka hundeeffamu, deeggarsa Ityoophiyaa fi Gamtaan Afrikaa godhaniif ilaalchisee kaleessa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Masri Dhoohinsi kaleessa lammiilee biyyattii 20 ol galaafate boombii Konkolaataa irratti kiyyeefame tahuu ibse
Ministeerri dhimma biyya keessaa Masri kaleessa galgala ibsa baaseen, magaalaa Kaayiroo keessatti konkolaataan saffisaan deemaa ture tokko kanneen birootiin walitti…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Mootummaa Suuriyaa Idliib keessatti duula bal’aa jalqabuuf kan qophaayaa jiru tahuu gabaafame
Suuriyaa kutaa Idliib keessatti naannawa hidhattootaa fi meeshaalee waraanaa irraa bilisa tahe daangessuuf Turkiyaa fi Ruusiyaan bara dabre walii galtee…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Indiyaa mirga addaa ofiin of-bulchuu Kutaa Bulchiinsa Kaashimiir haquu labse
Kutaan Kaashimii Indiyaa jalatti argamtu bara 1954 irraa jalqabee heera biyyattii keewwata 370 jalatti mirgi addaa ofiin ofbulchuu kennameefii kan…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa fi Kooriyaan kibbaa shaakala waraana waloo jalqaban
Ameerikaa fi Kooriyaan Kibbaa akeekkachiisa Kooriyaa kaabaa moggatti dhiisuun wixata har’aa shaakala waraana kan jalqaban yoo tahu, shaakalli waraanaa kun…
Guutuu Dubbisi »










