Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Komishiinni Daldala Federaala Ameerikaa, Dhaabbata Facebook Dolaara biiliyoona 5 adabe
Kaampaaniin Facebook daataa maammiltoota isaa qaama sadaffaaf dabarsee kennuun eega himatamee booda, Komishiinni Daldala Federaala Ameerikaa dhaabbaticha irratti qorannoo jalqabee…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Vaayirasiin iboolaa gara Ityoophiyaa akka hin seenne too’anna cimsuu beeksise
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO’n torbee dabre dhibeen iboolaa akka haarayaatti Koongoo-DRC keessatti ka’e, sadarkaa sodaa hawaasa addunyaa irra gahuu labsee…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Hijraa Aksiyoona gurguruu jalqabe
Baankiin Islaamaa dhalarraa walaba tahe akka hundeeffamuuf Muslimoonni Itiyoophiyaa yeroo dheeraaf gaafachaa turuun ni yaadatama. Jijjiirama siyaasaa yeroo dhiyoo as…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Muslimoota Ityoophiyaa Noorwey tti argamu Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaatiif deeggarsa birrii 279,500 keenne
Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Hanqina baajataa isa mudateef hawaasni muslimaa biyya keessaa fi biyya alaa jiraatu deeggarsa gaafatee ture.…
Guutuu Dubbisi » -

Mannii Maree Naannoo Kibbaa naannichi Komaand Postiin akka hogganamu murteesse
Magaalaa Hawaasaa dabalatee Godinaalee fi aanaalee naannicha hunda keessatti too’annoon nageenyaa humna Federaalaa jalatti akka hogganamu murtaaye. Mootummaan naannichaa nageenyi…
Guutuu Dubbisi » -

Obbo Ahmad Buuh sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti hogganaa magaalaa Dirree Dhawaa ta’uun muudame
Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa wal gahii ariifachiisaa guyyaa har’aa geggeesseen, gaaffii Kantiibaan magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Mahdii Giree…
Guutuu Dubbisi » -

Boris Johnson hogganaa Paartii Britaaniyaa bulchaa jiruu tahuun filatame
Muummittiin Ministeera Britaaniyaa Teresa May taayitaa gad lakkisuuf eega murteessitee booda, Paartiin “Conservative”kan biyyattii bulchaa jiru har’a kantiibaa magaalaa London…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan namoota 17 Ejensiin Basaasa Ameerikaa CIA’n leenjisee biyattii keessa bobbaase qabuu beeksiste
Qondaaltonni tika Iiraan ibsa kennaniin, namoonni shakkamanii qabaman hundinuu lammiile Iiraan yoo ta’an, waa’ee niwkilara biyyattii, iccitii humna waraanaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Keeniyaa 4 kan Ji’a tokko dura Biskileetaan Imala Hajjii jalqabanii turan Sa’uudii seenan.
Lammileen Keeniyaa 4 guyyaa 43 dura magaalaa guddoo Keeniyaa Naayiroobii irraa Sirna Hajjii bara kanaa irratti hirmatuuf Biskileetaan imala isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad Ministeera Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay waliin mari’ate
Ministeerri Diinagdee fi Maallaqaa Faransaay Bruno Lamer daaw’annaa hujiitiif har’a Finfinnee kan seene yoo tahu, muummicha ministeeraa Dr. Abiy Ahmad…
Guutuu Dubbisi »










