Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mootummaan Omaan Falasxiin magaalaa Ramallaah keessatti Imbaasii banuuf qophii jalqabuu beeksise
Waajjirri Ministeera haajaa alaa biyyatti ibsa baaseen, murtiin imbaasii banuu kun ummata Falasxiin gama hundaan deeggaruudhaaf mootummaan Omaan kutannoo olaanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Falasxiinonni Konfiransii Diinagdee Baha Jiddu Galaa Ameerikaan qopheessite balaaleffatan
Ameerikaan Konfiraansii Diinagdee Baha Jiddu Galaa irratti xiyyeeffatu Bahreeyn magalaa Manama keessatti kaleessa kan jalqabde yoo tahu, bulchiinsi Falasxiin fi…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni ‘Mana Maree Baaladaraa‘ jechuun of maggaasan fonqolcha mootummaa keessatti qooda qabaachuun shakkamanii mana murtiitti dhiyaatan
Miseensota ‘Mana Marii Baaladaraa‘ jechuun of maggaasanii kan Iskindir Naggaatiin hogganaman jidduu muraasni, yaalii fonqolcha mootummaa Naannoo Amaaraa fi ajjeechaa…
Guutuu Dubbisi » -

Yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraa keessatti geggeeffameen wal qabatee namoonni 180 ol qabamuu gabaafame
Hogganaan yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraa keessatti geggeeffamee jeneraal Asaaminaw Tsiggee guyyaa kaleessaa humnoota tikaatiin ajjeefamuun ni yaadatama. Yaalii fonqolchaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jeneraal Asaaminaw Tsiggee ajjeefame
Raayyaan ittisa biyyaa fi poolisiin Federaalaa bulchiinsa naannoo Amaaraa waliin tahuun, Jeneraal Asaaminawu Tsiggee fi hidhattoota isaa kan adamsaa jiran…
Guutuu Dubbisi » -

Yaali Fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraa irratti godhameen prezdaantii naannichaa dabalatee qondaaltonni mootummaa ol’aanoon ajjeeffaman
Naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daar keessatti hidhattoonni itti gaafatamaa bulchiinsaa fi nageenyaa naannichaa Jeneraal Asaaminaw Tsiggeetiin qindaawan dhukaasa banuun qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Asaalaatti geggeeffamaa jira
Konfiransiin kun hawaasa muslima magaalaa Assallaatiin kan qophaa’e yoo tahu, ulamaa’onni fi dargaggoonni godinaalee Oromiyaa gara garaa irra affeeraman irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransii Islaamaa Alhada boruu geggeeffamu irratti hirmaatuuf keessummoonni magaalaa Dasee seenaa jiran
Konfiransii Islaamaa Alhada boruu magaalaa Dasee Istaadiyeemii Hooxee keessatti geggeeffamu irratti hirmaachuuf, keessummoonni naannolee adda addaa irraa gara magaalatti seenaa…
Guutuu Dubbisi » -

Masri biyyoota Afrikaa 14 keessatti wal’dhaansa dhibee tiruu kennuuf kan qophaayaa jirtu tahuu ibsite
Korri dhibee Tiruu irratti mari’atu Ugaandaa magaalaa Kaampaalaa keessatti kan geggeeffamaa jiru yoo tahu, Ministeerri Fayyaa Masri Dr. Halaa Zaayid…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa gita isaa ministeera haajaa alaa Masri waliin mari’atan
Obbo Gadduu Andargaachaw fi Mr Saami Shukri walgahii dhimma Suudaan irratti Gamtaan Afrikaa Finfinnetti yaame cinatti kan waliin mari’atan yoo…
Guutuu Dubbisi »










