Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ustaaz Abubakar Ahmad Itti aanaa Komishiinara Komishiinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa tahuun muudame
Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa muudama komishiinaraa fi itti aanaa komishinara Komishiinii Bulchiinsa Daangaa fi Dhimma Eenyummaa raggaasise. Haaluama kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

Wal dhabbiin Ameerikaa fi Iraan jiddutti hammaataa dhufe haala yaaddessaa irra gahuu gabaafame
Bulchiinsi Traamp, “Iraan buufataalee waraana Ameerikaa fi imbaasiiwwan baha jiddu galaa keessa jiran irratti haleellaa raawwachuuf qophaayaa jirti”sababa jedhuun, torbee…
Guutuu Dubbisi » -

Prezedaantiin Suudaan duraanii Umaar al-Bashiir yakka ajjeechaatiin himatame
Abbaan Alangaa biyyattii ibsa baaseen akka jedhetti, prezdaant Al Bashiir ajjeechaa mormitoota mootummaa irratti raawwatame ajaja dabarsuudhaan kan himatame tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiiniin Poolisii Finfinnee duula Sanbtii fi Alhada gaggeesseen shakkamtoota gurmaa’uun yakka raawwachaa turanii fi makiinota itti fayyadamaa turan to’annaa jala oolchuu ibse
Itti aanaan komishiinara Komishiinii Poolisii Finfinnee Zalaalam Mangistee ibsa har’a kenneen akka himetti, poolisiin Lidataa, Nifaas Silk Laaftoo fi Booletti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Adaamaa Masjiida Umaritti geggeeffamaa jira.
Sagantaan Eebbaa kun hawaasa muslimaa magaalaa Adaamaatiin kan qophaa’e yoo tahu, keessumoonni iddo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Daldala Ityoophiyaa tajaajila dhala irraa walaba ta’e kennuuf koree gorsitoota Shari’aa hundeesse
Islaamummaa keessatti dhala fudhatuuf keennuun badiiwwan gurguddoo Rabbiin birati nama gaafachiisu tahuun beekamadha. Biyyoota heddu keessatti baankiiwaan Islaamaa tajaajila dhala…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Barnoota sagantaa qormaata biyyoolessaa jijjiiruu beeksise
Komaand poostiin qormaata biyyoolessaa wal gahii geggeessen, sagantaan jalaqaba bahe ayyaana hiikkaa Sooma Ramaadaanaa (Idul Fixir)waliin walitti bu’uu isaatiin, sagantaan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Falasxiin “Karoora Nageenyaa”Ameerikaan qopheessaa jirtu kan hin fudhanne tahuu beeksise
Ministeerri haajaa alaa Falasxiin Riyaad Al-Maliki wal gahii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti akka ibsetti, Ameerikaan maqaa “Wixinee Nageenyaa”qopheessuu jedhuun, karoora…
Guutuu Dubbisi » -

Yuunivarsitii Jimmaatti Bulchiinsi Mooraa Institiyuutii Teknolojii gaaffii barattoonni Muslimaa dhiheessaniif guyyaa sadii booda deebisaa kennuuf beellame
Barattoonni Muslimaa Yuunivarsitii Jimmaa Kaampaasii institiyuutii Teeknolojii torban dabre irraa kaase, gaaffiiwwan iddoon nyaata barattootaa akka sirreeffamu, akkasumas ji’a Ramadaanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin Soomana Ramadaanaa sababeeffachuun lammiilee Ityoophiyaa 1400 hidhaa irraa lakkifte
Waajjirri ministeera Haajaa Alaa Ityoophiyaa akka beeksisetti, namoonni baatii kabajamaa Ramadaanaa sababeeffachuun dhiifamni godhameefii gadi lakkifaman, kanneen adabbiin waggoota dheeraa…
Guutuu Dubbisi »










