Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Obbo Geetaachaw Asaffaa dabalatee hoggantootaa fi hojjattoota Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyoolessaa 26 irratti himannaan baname
Abbaan Alangee Federaalaa ibsa baaseen akka jedhetti, qorattoota yakkaa Komishiinii Poolisii Federaalaa, hoggantoota Manneen hidhaa fi hoggantoonni Tajaajila Odeeffannoo fi…
Guutuu Dubbisi » -

Hawaasni Muslimaa Biyya Keenyaa Magaalaa Naayiroobii jiraatu milkaa’ina qabsoo hawaasa muslimaa biyya keessatti argame sababeeffachuun sagantaa galateeffanna geggeesse
Sagantaan kun sab qunnamtii Oromo Muslim Media jedhamuun kan qophaa’e yoo ta’u, gaaffiin mirgaa hawaasni muslimaa waggaa dheeraaf gaafataa ture…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Muslimaa Inistitiyuutii Teknoloojii Jimmaa lagannaa nyaataa irratti argamu
Barattoonni muslimaa Yunivarsiitii Jimmaa iddoon nyaataa akka isaanii mijaahuuf yeroo dheeraaf bulchiinsa Yunivirstichaa kan gaafataa turan yoo tahu, hoggantoonni dhimmichi…
Guutuu Dubbisi » -

Soomana Ramadana Ilaalchisee Hadiisoota Ergamaa Rabbii ( (SAW) ) 15.
Baatiin kabajamaa Ramadaana seenuuf guyyoota muraasatu nuuf hafa, Baatii Ramadaanaa keessa dalagaan tokkichi ati isii keessaatti hojjatte dacha dachaan ilaalamtu,…
Guutuu Dubbisi » -

Madrasaan Al Aqsaa kan magaalaa Adaamaatti argamu barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Magaalaa Adaamaa ganda 03tti kan argamu Madrasaan Al Aqsaa guyyaa hardhaa barattoota waggaa tokkoof barsiisaa ture bifa ho’aan eebbisiisa jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Manni marii ulamoota biyyoolessaa Ramadaana ilaalchisee ibsa kenne
Ibsa Waajjira majlisa Federaalaa keessatti kenname kanaan, walitti qabaan mana marii ulamootaa Mufti Haji Umar Idriis umanni muslimaa fi hoggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Lammiileen Ityoophiyaa kumaatamaan lakkaahaman manneen hidhaa Yaman keessatti dararamaa jiraatuun beekame
Baqattoonni 4000 ol kanneen irra hedduun isaanii lammiilee Ityoophiyaa tahan manneen hidhaa magaalaa Adan keessatti kan dararamaa jiran yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame
Korri Ulamaa’otaa har’a Ebla 23/2019 magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatanitti geggeeffame milkiin xumurame. Korri seena qabeessi kun miseensota mana maree ulamaa’otaa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame
Korri ulamaa’otaa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaatiin har’a magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatan keessatti geggeeffame milkiin xumurame. Sanadiin koreen jijjiirama dhaabbilee…
Guutuu Dubbisi »










