Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Magaalota Oromiyaa heddu keessatti umanni qondaaltota ODP balaaleffatuun mormii geggeesse
Qondaaltonni ODP dhiheenya kana muudaman marii Wallaggaa fi Ambo keessatti geggeessan irratti, yakka dur ummata Oromoo irratti raawwatame haaluu fi…
Guutuu Dubbisi » -

Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa, tarkaanfii hawaasni Muslimaa godina Harargee Bahaa Majliisa seeraan alaa irratti fudhate hordofuun xalayaa akeekkachiisaa barreese
Hawaasni muslimaa waltajjiiwwan gara garaa irratti Mummicha ministeraa irraa hanga qondaaltota sadarkaa gadii jiraniif, hoggantoota isaa filatuu akka danda’u deeggarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Simannaa Jila Ulamaa’ota Biyya Alaa irraa dhufanii Magaalaa Adaamaatti geggeeffame
Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa Sheikh Bashiir Usmaaniin durfamu biyyoota gara garaa irraa walitti dhufuun dhiheenya gara biyyaa dhufuun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -

Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Naqmteetti haala ho’aa taheen geggeeffamaa jira
Kaayyoon konfiransii kanaa Yunivarsiitii Islaamaa Wallaggaa ijaaramaa jiruuf galii walitti qabuu yoo tahu, ulamaa’onni fi ustaazonni akkasumasa hawaasni muslimaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Furqaan Barattoota 130 Hifzii Qur’anaatiin Eebbisiise
Markazni Furqaan Godina Arsii Aanaa Dodolaa ganda Tulluu Alaawansootti kan argamu yoo tahu, yeroo dheeraaf waggaa waggaan barattoota isaa eebbisiisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Mi’eessootti sagantaan cufiinsa Madrasaa Shamsul Islaam geggeeffame
Madrsaan Shamsula Islaam kan godina Harargee Lixaa Magaalaa Mi’eessootti argamu baatii Ramadaanaa seenaa jiru sababeefachuun sirna cufiinsa madrasaa kan geggeesse…
Guutuu Dubbisi » -

Mana Jireenyaa Prezdaantii Suudaan duraanii keessatti maallaqni miiliyoonotaan lakkaahamu argamuu gabaafame
Abbaan alangaa biyyattii, prezdaant Umar Al-Bashiir yakka “karaa seeraan ala taheen maallaqa biyyoota gara garaa mana jireenyaa keessatti dhoksuu”jedhuun shakkee,…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹Hawaasni Muslimaa Godina Harargee Bahaa hoggantoota Majliisa seeraan alaa kaasuun, hoggantoota ofii isaa filate
Godina Harargee Bahaa magaalaa Hararitti guyyaa kaleessa iddoo bakka bu’oonni hawaasa aanaalee godinicha adda adda irra dhufan fi Ulama’oonni gurguddoon…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni mana barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu jumlaan dhukkubsatanii kan yaalamaa jiran tahuu beekame
Baratto onni Mana Barumsa Jeneraal Waaqoo Guutuu kan magaalaa Finfinnee naannawa Beetalitti argamuu jumlaan dhukkubsatanii manneen yaalaa naannichaatti kan yaalamaa…
Guutuu Dubbisi »










