Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

BREAKING: Prezdaantiin Aljeeriyaa Abdul’aziiz Butofliqaa taayitaa gad lakkise.
Prezdaant Butofliqaan kaleessaa April 28, 2019tti taayitaa kan gad lakkisu tahuu ibsee ture. Haata’u malee dhiibbaa ummata biyyattii irraa itti…
Guutuu Dubbisi » -

Mariin Koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa sababa Prezdaantii Majliisaatiin osoo hin geggeeffamin kan hafe tahuu beekame
korri Koreen Jijjiirama Dhaabbilee Hawaasa Muslimaa miseensa 9 qabu bitootessa 21/2011tti geggeessuuf ture, dhibbaa hoggantoota majliisa seeraa alaatiin, akkasumas muummichi…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Ulamaa’ota biyya alaa irraa dhufanii ummata waliin marii geggeessaa jira
Jilli Ulamaa’ota biyya keenyaa biyya alaa jiraatanii torbaan tokko dura gara biyyaa dhufuun ni beekama. Jilli kun jijjiirama yeroo ammaa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaa Tumsaa fi Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Makkaatti geggeeffamu irratti Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibuu Ridallaah) kan hirmaatu tahuu beekame
Magaalaa Kabajamtuu Makkaatti Khamiisa dhuftu April 4/2019 sagantaan Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa kan geggeeffamu yoo tahu, sagantaa kana irratti Daayrektarri Ol…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Prezdaantiin Aljeeriyaa Abdul’aziiz Butofliqaa taayitaa gad lakkisuuf kan qophaayaa jiru tahuu gabaafame
Prezdaant Abdul’aziiz Butofliqaa filannoo prezdaantummaa biyyattii bara kanaa irartti kan dorgomu tahuu eega beeksisee booda, lammiileen Aljeeriyaa kumaatamaan lakkaahaman prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Magaalaa Itayyaatti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon sagantaa kanaa ijaarsa madrasaa magaalaa Itayyaatiif deeggarsa walitti qabuu yoo tahu, hawaasni muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e saganticharraatti argamuun deeggarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Gamtaa Biyyoota Arabaa 30ffaan magaalaa Tuniis keessatti geggeeffamaa jira
Kora Gamtaa Biyyoota Arabaa 30ffaa Alhada har’aa Tuniisiyaa Magaalaa Tuniis keessaatti jalqabame kanarratti hoggantoonni biyyoota miseensa gamticha heddu kan argaman…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Goobbaatti geggeeffame
Sagantaan eebba kun hawaasa Muslimaa magaalaa Goobbaatiin kan qophaa’e yoo tahu, Keessummoonni sagantaa kana irratti affeeraman, akkasumas hawaasni muslimaa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Falasxiin Gazzaa keessatti mormii guddaa geggeessaa jiran
Lammiileen Falasxiin mirga gara dachii Israa’el humnaan irraa isaan buqqifteetti deebi’uu gaafachuun, akkasumas uggurri waggoota 12 ol Gazzaa irra ture…
Guutuu Dubbisi » -

Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaatti hawaasni muslimaa shira hoggantoonni Majliisa seeraan alaa raawwataa jiran balaaleffate.
Ummanni magaalaa Malkaa Raafuu har’a salaata jum’aa booda mormii cimaa kan geggeesse yoo tahu, majliisni seeraan alaa tokkummaa hawaasa muslimaa…
Guutuu Dubbisi »










