Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Bulchaanaatti geggeeffame
Godina Arsii aanaa Digaluu fi Xiijoo magaalaa Bulchaanaa ganda Lolee Aboosaraatti sagantaan Da’awaa guddaan guyyaa hardhaa geggeeffame. Kaayyoon sagantaa kanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin ummataa ji’a tokko dura mootummaa Suudaan irratti jalqabame akkuma itti fufetti jira
Mootummaan Suudaan rakkoo diinagdee biyyattii muudate furuudhaaf waada kan gale tahus, ummanni biyyattii garuu prezdaantichi kana booda taayitaa irra turuu…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli ministeera maallaqaa Obbo Ahmad Shideetiin durfamu Sa’uudii daaw’atuun gabaafame
Jilli ministeera maallaqaa Obbo Ahmad Shideetiin durfamu kun, guyyaa kaleessaa magaalaa Riyaad keessatti ministeera maallaqaa Sa’uudii Muhammad Al-Jowdaanii fi qondaaltota…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa ji’a darbe Kongoo (DRC )keessatti muudateen yoo xiqqaate namoonni 900 ol kan ajjeefaman tahuu gabaafame
Lixa Kongoo keessatti walitti bu’iinsa Ji’a darbe Saboota Banuunuu fi Batendee jedhaman jiddutti muudateen, guyya sadi keessatti namoonni 900 ol…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Briteen Sanadii walii galtee haala biyyattiin Gamtaa Awrooppaa keessaa baatuun ibsu (Brexit deal) kuffise
Rifarandamii June 23, 2016 geggeeffameen, umaatni Briteen Gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf sagalee caalmaa taheen eega murteessee booda, mootummaan biyyattii hariiroo…
Guutuu Dubbisi » -

#UPDATE: Haleellaa Magaalaa Naayiroobiitti raawwatame gareen hidhataa Somaaliyaa itti gaafatamummaa fudhate
Haleellaa Boombii Magaalaa Naayiroobii kutaa Westland iddoo river side jedhamutti raawwatame, gareen hidhata Somaaliyaa itti gaafatamummaa kan fudhate yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

BREAKING: Haleellaa Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessatti raawwatame hordofuunpoolisii fi hidhattoonni walitti dhukaasaa jiran
Haleellaa Keeniyaa magaalaa Naayirobii keessatti raawwatame hordofuun poolisii fi nammoonni hidhatan kan walitti dhukaasaa jiran tahuu miidiyaaleen biyyattii gabaasaa jiran.…
Guutuu Dubbisi » -

UPDATE: Dhaabbatni daandii qilleensa Ityoophiyaa dhimma Xiyyaara Indoneezhiyaa keessatti qabamee irratti ibsa kenne.
Dhaabbatichi akka jedhetti, xiyyaarri daangaa qilleensa Indoneezhiyaa keessatti qabame, injiina hatattamaan suphamuu qabu fe’atee gara Hong Kong kan imalaa ture…
Guutuu Dubbisi » -

Indoneezhiyaan Xiyyara Ityoophiyaa seeran ala biyya isii qaxxaamuraa ture tokko qabuu beeksiste
Xiyyaarri meeshaa fe’u (Cargo) kan qabeenyummaan isaa dhaabbata daandii qilleensa Ityoophiyaa tahe kun Finfinnee irraa gara Hong Kong kan imalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni Magaalaa Shashamannee rakkoo bishaan dhugaatii hamaa keessa jiraatuu himan
Godina Arsii Lixaa magaalaa Shashamannee hanqinni bishaan dhugaatii yeroo dheeraaf kan ture tahus, amma immoo daranuu kan hammaate tahuu jiraattonni…
Guutuu Dubbisi »









