Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Muummichi Ministeera Maleezhiyaa biyyi isaa Atleetota Israa’el kan hin keessumeessine tahuu ibse
Muummichi ministeera Maleezhiyaa Mahatiir Muhammad, wal dorgommii bishaan daakkii idil addunyaa bara kana keessa biyya isaa keessatti geggeeffamu irratti, mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Traamp Iiraan irratti tarkaanfii waraanaa fudhachuuf kan koroorfataa jiru tahuu gabaafame
Hidhattoonni Iiraan keessa maandheffatan fulbaana dabre moortaarri gara Iraqitti dhukaasan, Imbasii Ameerikaa Bagdaad keessatti argamu cinatti eega kufee booda, bulchiinsi…
Guutuu Dubbisi » -

Waajjiraaleen mootummaa Ameerikaa muraasni torbaan sadi guutu akkuma cufamanitti jiru
Prezdaant Donaald Traamp ijaarsa dallaa dangaa Meeksikoo fi Ameerikaa irratti karoorfateef maallaqni Dolaara biiliyoona shan akka ramadamuuf kan gaafatee ture…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Paartii mormituu Kongoo bu’aa filannoo prezdaantummaa kan hin fudhanne tahuu beeksise
Komishiiniin Filannoo Kongoo DRC bu’aa Filannoo prezdaantummaa December 30/2018 geggefamee halkan dheengaddaa kan ibse yoo tahu, haaluma kanaan hogganaa paartii…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan eebba Kolleejjii Imaamu Shaafi’ii magaalaa Adamaatti geggeeffamaa jira
Sagantaa eebbaa Kolleejjii Islaamaa kan jalqabaa kana irratti ulamaa’onni gurguddoon biyya keenyaa , abbootiin qabeenyaa fi aanga’oonni biyya keenya irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Sheikh Kamaal Abbaa Simal gara ganda Aakiraa godaanan!
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN! Sheikh Kamaa Abbaa Simal dhukkubsatanii biyya keessaa fi alattis wal’aanama kan turan yoo ta’u…
Guutuu Dubbisi » -

Komishiiniin Poolisii magaalaa Finfinnee miseensota 184 hojii irraa ari’uu gabaafame
Komishiiniin Poolisii magaalattii odeeyfannoo hawaasa fi qaamota gara garaa irraa funaane irratti hundaa’uun qorannoo eega geggeessee booda, miseensota poolisii184 kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Makkalaakayaan ajjeechaa naannoo Amaaraa keessatti raawwatameen wal qabatee dogongora yoo hojjate, ummata dhiifama gaafatee miidhamtootaafis beenyaa kan kaffalu tahuu beeksise
Walitti bu’iinsa guyyaa lama dura naannoo Amaaraa godina lixa Goondar magaalota Gandawuhaa fi kookit jedhamanitti Rayyaa ittis biyyaa fi jiraattota …
Guutuu Dubbisi » -

Qajeelfamni Paartiileen siyaasaa yeroo marii geggeessanitti hordofuu qaban raggaasifame
Paartileen mormitootaa biyyattii keessatti argaman, filannoo bara 2012 geggeeffamu ilaalchisee haal-dureewwan guuttamuu qaban irratti guyyoota sadan dabran marii irra turan.…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Dimookraatawaa Amaaraa fi Paartiin Sochii Saba Amaaraa waliin hojjatuuf walii galan
Paartiileen lamaan haala siyaasaa yeroo ammaa biyyattii keessa jiru bu’uura godhachuun eega xiinxallnii booda, dhimmoota waloo irratti waliin hojjatuuf kan…
Guutuu Dubbisi »










