Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Sa’uudiin namoota ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjiitiin shakkaman mana murtiitti kan dhiheessite tahuu gabaafame
Lammiileen Sa’uudii 11 ajjeechaa Jamaal Khaashoqjiitiin shakkamanii too’annaa jala turan yeroo jalqabatiif mana murtiitti kan dhihaatan yoo tahu, Abbaan Alangaa…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kabaa Ameerikaan qoqqobbii irra keette yoo kan hin kaasne tahe gabbisa Niwukilarii dhaabdee turte kan jalqabdu tahuu akeekkachiiste
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa bara haaraya ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee ummata biyyattiitiif dabarse keessatti, Ameerikaan ummata addunyaa duratti waadaa…
Guutuu Dubbisi » -

Mana Jireenyaa Miseensa Poolisii naannoo Amaaraa tokko keessatti Shugguxiin 498 qabame
Poolisiin Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaritti sakatta’iinsa mana jireenyaa Poolisa Komaandar Wubatuu Shifarraawu jedhamuu irratti godheen, Shugguxiin 498 too’annaa jala ooluu…
Guutuu Dubbisi » -

Haroo Xaanaa keessatti Bidiruun namoota 9 fe’attee imalaa turte dhidhimuu gabaafame
Bidiruun naannawa Bahaar Daar irraa namoota 9 fe’attee gara iddoola Daqi jedhamtutti imalaa turte, ganama har’aa dhidhimuun namoonni saglanuu achi…
Guutuu Dubbisi » -

Ogeeyyonni fayyaa Ityoophiyaa tajaajila tola ooltummaa kennuuf gara Eertiraa imalan
Ibsi waajjira dubbi himaa ministeera haajaa alaa irraa bahe akka mul’isutti, gareen ogeeyyota fayyaa Ityoophiyaa miseensota 39 qabu har’a yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri haajaa alaa Dr. Warqineh Gabayyoo gara Khaartuum imaluun prezdaant Umar Al-Bashiir waliin mari’ate
Ministeerri haajaa alaa Dr. Warqineh Gabayyoo Isniina har’aa gara Suudaan imaluun prezdaant Umar Al-Bashiir fi ministeera haajaa alaa biyyattii Dr.…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Hararii fi magaalaa Daseetti geggeeffame
Sagantaan da’awaa magaalaa Harar, Istaadiyoomii Imaamu Ahmad keessatti kan geggeeffame yoo tahu, jiraattonni magaalaa Hararii fi naannawa sanii kumaatamaan lakkaahaman…
Guutuu Dubbisi » -

Xaalibaan affeerraa marii nageenyaa mootummaa Afgaanistaan irraa dhihaateef kan dide tahuu gabaafame
Lola Afgaanistaan keessatti waggoota 17 oliif geggeefamaa jiruuf furmaata barbaaduuf, torbee lama dura bakka buutonni mootummoota Ameerikaa, Paakistaan, Sa’uudii fi…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa hidhattoonni naannoo Affaar aanaa Baatee keessatti raawwataniin namni 5 ajjeefame
Naannoo Amaaraa godina Addaa Oromoo aanaa Baatee keessatti guyyoota sadan darban hidhattonni naannoo Affaar daangaa ce’uun haleellaa raawwataa kan jiran…
Guutuu Dubbisi »










