Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiileen Ityoophiyaa 451 mana hidhaa Sa’uudii irraa lakkifamuun gara biyyaatti deebi’uu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa 451 Sa’uudii magaalota Jiddaa, Jiizaan fi naannolee adda addaa keessatti hidhaa irra turan lakkifamuun…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Qondaaltota Naannoo Oromiyaa Malaamaltummaan shakkamanii too’annaa jala oolfaman 56 gahuu gabaafame
Komishiiniin Farra Malaamaltummaa naannoo Oromiyaa qorannoo geggeessaa ture irratti hundaayuun, namoota yakka qabeenya mootummaa fi ummata qisaasuutiin shakkaman jidduu 56…
Guutuu Dubbisi » -

Rakkoo lixa Oromiyaa keessatti dhiheenya muudateen namoonni 41 ajjeefamuu ibsame
Hogganaan Poolisii Oromiyaa Komishinar Alamaayahu Ijjiguu ibsa miidiyaaleef kenneen akka jedhetti, namoota ajjeefaman jidduu 12 miseensota poolisii Oromiyaa, 27 namoota…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii ol’aanaa Paakistaan muummicha ministeera biyyattii duraanii hidhaa waggaa torbaatiin adabe
Manni murtii farra malaamaltummaa Paakistaan July dabre muummicha ministeera duraanii Nawaaz Shariif irratti hidhaa waggaa Kudhanii murteessee kan ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Hamaas Karoora Prezdaant Abbaas Paarlaamaa Falasxiin diiguuf baase kan hin fudhanne tahuu beeksise
Prezdaant Mahmuud Abbaas Sabtii kaleessaa walgahii dhaabbata bilusummaa Falasxiin (PLO) irratti haasaya godheen, “Akkaatama manni murtii heera Falasxiin ajajetti, paarlaamaan…
Guutuu Dubbisi » -

Indoneezhiya keessatti dhoohinsa Volkaanoo muudate hordofuun dambaliin galaana irraa ka’e lubbuu nama 220 ol galaafate
Halkan kaleessaa Indoneezhiyaa kutaa Jaavaa keessatti dhoohinsa Volkaanoo iddoola xiqqoo keessatti muudate hordofuun, dambaliin galaana irraa ka’e gara magaalotaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Traamp Waajjiraalee Mootummaa Federaalaa muraasa cufuu beeksise
Prezdaant Donaald Traamp ijaarsa dallaa dangaa Meeksikoo fi Ameerikaa irratti karoorfateef maallaqni Dolaara biiliyoona shan akka ramadamuuf kan gaafatee ture…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Boombii Somaaliyaa magaalaa Maqdishoo keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 16 ajjeefaman
Haleellaa Sabtii har’aa magaalaa Maqdishoo naannawa masaraa mootummaatti raawwatameen, yoo xiqqaate namoonni 16 kan ajjeefaman tahuu Poolisiin biyyattii ibse. Haleellaan…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suudaan naannolee biyyattii heddu keessatti labsii yeroo muddamaa labse
Suudaan keessatti kufaatii maallaqaa fi qaala’iinsa jireenyaa hammaataa dhufe hordofuun, lammiileen biyyattii guyyoota afran dabraniif mormii geggeessaa kan jiran yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan ABO obbo Daawud Ibsaa mootummaan naannichatti nageenyi akka bu’u yoo barbaade dhaabni isaa mariif qophii tahuu beeksise
Obbo Daawud Ibsaa ibsa hardha miidiyaalee kenne irratti, hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo fi loltoota mootummaa jiddutti walitti bu’iinsi kan uumame…
Guutuu Dubbisi »










