Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Sa’uudii keessa turan jidduu 450 har’a gara biyyaa galan
Mootummaan Sa’uudii lammiilee Ityoophiyaa yakkoota gara garaa raawwachuun manneen hidhaa biyyattii keessa jiran jidduu 2400 dhiifamaan gad lakkisuudhaaf waadaa galee…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Xiyyaaraa Suudaan keessatti muudateen yoo xiqqaate namoonni torba du’an
Balaa Xiyyaaraa Alhada har’aa baha Suudaan kutaa Gadaariif daangaa Ityoophiyaa irratti muudate kanaan, Bulchaa Naannoo Gadaariif Mirghaani Saalih dabalatee namoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Biyyootni Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa Riyaad keessatti walgahii jalqaban
Hoggantoonni biyyoota Gamtaa Galoo Galaana Arabiyaa (GCC) wal gahii isaanii kan waggaa Alhada har’aa magaalaa Riyaad keessatti kan geggeessaa jiran…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya biyyoolessaa duraanii lama to’aannaa jala oolan
Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa baaseen, hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya Biyyoolessaa duraanii guyyaa hardhaa too’annaa jala oolan lamaan Obbo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Faransaay keessatti poolisii fi mormitoonni walitti bu’uun gabaafame
Lammiileen Faransaay kumaatamaan lakkaahaman mootummaan gibira boba’aa irra kaahe akka haquu fi qaalaya jireenyaa biyyattii keessatti hammaataa dhufeef deeggarsa diinagdee…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Jibuutii Ismaa’il Umar Gilee fi Prezdaantiin Suudaan Umar Hasan Al-Bashiir Jimma Seenan
Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa federaalaa fi naannoo Oromiyaa ganama har’aa buufata Xiyyaara Abbaa Jifaaritti argamuun, hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Walii Galaa UN, Wixinee Hamaas balaaleffatu kan Ameerikaan qophaahe kuffise
Ameerikaan “dhaabni Hamaas Gazzaa irraa haleellaan rokkeetii Israa’el irratti raawwataa jiru, yakka shororkeesummaa waan taheef Korri walii gala UN akka…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiileen Siyaasaa Oromoo hala yeroo irratti marii geggeessaan
Marii mata duree “Tokkummaan Ce’umsa gara Sirna Dimookraasii”jedhuun guyyaa har’aa galma giddu gala Aadaa Oromootti geggeeffame irratti, Paartiileen siyaasaa Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Chaansilarii Ostriyaa waliin mari’ate
Chaansilariin Ostiriyaa Sabastiyaan Kurzi daaw’annaa hujiitiif ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, har’a waaree boodaa mummicha ministeeraa waliin mari’atee…
Guutuu Dubbisi »










