Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mootummaan Yamanii fi Gareen Huusii Siwiidin Keessatti marii jalqaban
Mariin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitiin qophaayee guyyaa har’aa jalqabame kun, Siwiidin magaalaa Rimbo tan Stockholm irraa kilomeetra 50 fagaattee argamtu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Malik Salmaan Amiira Qaxar wal gahii gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa irratti akka argamu affeere
Wal gahiin gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa (GCC) bara kanaa December 9, 2018 Sa’uudii magaalaa Riyaad keessatti kan geggeefamu yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Gimbiitti Du’aatota 250 tahaniif leenjiin diinii kennamaa jira
Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbii masjiidal-Fathi keessatti, du’aatota 250 tahan kannen godinaalee Bunoo Baddallee,Wallaggaa Lixaa,Wallaggaa Bahaa fi Qeellam Wallaggaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Ityoophiyaa 408 Yaman irraa gara biyyatti kan deebifaman tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa akka jedhetti, lamiileen Ityoophiyaa kunniin karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii imalaa osoo jiran Yaman keessatti qabamanii hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Godinaalee naannoo Oromiyaa gara garaa keessatti hiriirri mormii geggeeffame
Magaalota Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti kaleessa irraa kaase hiriirri geggeeffamaa jiru guyyaa har’aatis cimee itti fufeera. Hiriira kana irratti jiraattonni…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Yamani fi gareen Huusii Hidhamtoota wal jijjiiruuf walii galan
Qondaaltonni Mootummaa Yaman akka jedhanitti, walii galteen hidhamtoota wal jijjiiruu kun marii nageenyaa torbee dhuftu Siwiidin keessatti geggeessuuf UN qopheessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Kibbaa Magaalaa Buttaa Jiraatti hiriirri mormii geggeeffame
Jiraattonni magaalaa Buttaa Jiraa fi naannawa isii, walitti bu’iinsa dhiheenya kana dhalattoota godina Guraagee aanaalee Masqaanii fi Maaraqoo keessatti umamee…
Guutuu Dubbisi » -

Dorgommiin Hifzii Qur’aanaa Sadarkaa Biyyoolessaatti geggeeffame xumurame
Dorgommii Hifzii Qur’aanaa kana Abbaas Hadii magaalaa Finfinnee irraa tokkoffaa bahuun Makiinaa badhaafame. Haydar Sayyiidii Jigjigaa irraa, akkasumas Abdulshakuur Badruu…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Indoneezhiyaa mootummaa biyyattii mormuun hiriira bahan
Lammileen Indoneezhiyaa miiliyoona lama ol tahan mootummaa biyyattii mormuun Alhada hardhaa magaalaa Jaakaartaa keessatti hiriira kan bahan yoo tahu, Prezdaant…
Guutuu Dubbisi » -

Manguddoon Naannolee Oromiyaa fi Somaalee irraa walitti dhufan dhimma nageenyaa irratti mati’aatuu gabaafame
Marii kana irratti manguddoon, Abbootiin amantaa fi qaamonni hawaasaa naannoolee lamaan irraa walitti dhufan, rakkoo naannoolee lamaan keessatti muldhataa jiru,…
Guutuu Dubbisi »










