Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Balaa Ibiddaa Masjiida Abubakar Dormii barattootaa irra gaheen qabeenyi barbadaa’e
Masjiida Abubakar kan magaalaa Adaamaatti kaleessa galgala naannawa salaata Ishaa’ii dormii barattootaa ( iddoo barattoonni keess jiraatan) keessaa ibiddi ka’uun…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan hidhattoota Ripablikii Afrikaa Jiddu Galeessaa mana murtii addunyaa (ICC)’tti dhihaate
Alfred Yakatom Ripablikii Afrikaa Jiddu Galeessaa (CAR) keessatti hogganaa garee hidhattoota Anti-Balaka jedhamuun beekamuu kan ture yoo tahu, muslimoota biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 fi miliyoona 25 Ityoophiyaaf kenne
Walii galtee deeggarsa maallaqaa kana Ministeerri maallaqaa Obbo Ahmad Shidee fi Baankii Misooma Afrikaatti Itti gaafatamaan damee Baha Afrikaa Mr…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan Muudama Kaadhimamtuu hoggantuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa muummichi ministeeraa dhiheesse raggaasise
Dr Abiy Ahmad Aadde Birtukaan Midhagsaa Boordii Filannoo Biyyoolessaa akka hoggantuuf mana mariitiif kan dhiheesse yoo tahu, Paarlaamaan walgahii Khamiisa…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Boordii Filaannoo Biyyoolessaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif kaadhimamtoota Paarlaamaaf kan dhiheessu tahuu gabaafame
Paarlaamaan walgahii Idilee isaa guyyaa boruu geggeessu irratti, Boordii Filaannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif, kaadhimamtoota…
Guutuu Dubbisi » -

Yaman Keessatti waggoota sadan dabran hanqina nyaataatiin qofa daa’imman 85,000 ol kan du’an tahuu gabaafame
Dhaabbatni ‘Save the Children’ daataa UN irratti hundaayuun qorannoo geggeesseen, lola Yaman keessatti waggoota sadihiif geggeefamaa jiruun wal qabatee hanqina…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbatni Poolisii Addunyaa (Interpol) lammii Kooriyaa Kibbaa Kim Jong Yang prezdaantii haaraya godhuun filate
Dhaabbatni Poolisii Addunyaa walgahii Emreets magaalaa Dubaay keessatti geggeesseen Kim Jong Yang hogganaa dhaabbatichaa godhuun kan filate yoo tahu, Ruusiyaan…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaa Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa
Akkuma beekamu Miidiyaan Nuuralhudaa eega hundeeffame irraa kaasee kallattii adda addaatiin hawaasa muslimaa tajaajilaa jiraatuun ni beekama. Miidiyaan kun guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Awrooppaa jijjiirama Ityoophiyaa keessatti mul’dhataa jiru kan deeggaru ta’uu beeksise
Manni Marii Gamtaa Awrooppaa akka jedhetti, bulchiinsi Dr Abiy Ahmad jijjiiramoota siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa keessatti fiduuf tarkaanfiin fudhataa jiru…
Guutuu Dubbisi » -

Walgahiin ariifachiisaan hoggantoota Gamtaa Afrikaa murtii ijoo lama dabarsuun xumurame
Murtiiwwan ijoo walgahii kanaan dabran jidduu, Gamtaa Afrikaa maxxantummaa biyyoota dureeyyii jalaa baasuudhaaf, biyyoonni miseensa gamticha baasii barbaachisu akka ramadanii…
Guutuu Dubbisi »










