header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Ibiddaa Masjiida Abubakar Dormii barattootaa irra gaheen qabeenyi barbadaa’e

Masjiida Abubakar kan magaalaa Adaamaatti kaleessa galgala naannawa salaata Ishaa’ii dormii barattootaa ( iddoo barattoonni keess jiraatan) keessaa ibiddi ka’uun kitaabonni, huccuu barattootaa fi nyaanni barattootaa kan gubate tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.

 

Balaan ibiddaa kun masjidicha osoo hin dhaqqabin kan too’atame yoo tahu, ka’umsi ibidda kanaa hanga ammaatti maal akka tahe  hin beekamne.

 

 

 

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button