Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Mataduree sirna Faayinaansii dhala irraa walaba tahe hundeessuu jedhuun mariin geggeeffame
Korri kun October 27/2018 magaalaa Finfinnee galma Komishinii Diinagdee Afrikaatti geggeeffame. Dhaabbilee Faayinaansii dhala irraa walaba tahan biyyattii keessaatti haala…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaa magaalaa Pittsburg keessatti haleellaa raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 4 ajjeefaman
Haleellaan kun Sabtii har’aa mana sagada Yahuudotaa Kutaa Pennsylvania magaalaa Pittsburg keessatti argamu irratti kan raawwatame yoo tahu, hanga ammatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Biyyoota Afurii Dhimma Nageenya Suuriyaa irratti mari’achuuf Istanbul seenan
Dhimma Nageenya Suuriyaa ilaalchisee marii Turkiyaan qopheessite irratti hirmaachuuf, Prezdaantonni Ruusiyaa fi Faransaay akkasumasas Chaansilariin Jarman Sabtii har’aa Istanbul seenaniiru.…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafti heektaara 133.6 abbootii qabeenyaatiif akka hin kennmne dhoorke
Kaabineen magaalichaa walga’ii har’a gaggeessen; hojii oodiitii lafaa 2ffaadhaan kan adda baafamanii fi maanufaakchariingiif kennamuuf kan ture lafti heektaara 133.6…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa Gaazaa keessatti Falasxiinota shan ajjeesse
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa lammiilee Falasxiin daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa turan irratti dhukaasuun, Falasxiinota shan ajjeesuun 85 ammoo kan…
Guutuu Dubbisi » -

Weellistuun Beekamtuun Sinead O’Connor gara amantaa Islaamaa deebi’u beeksiste
Sinead O’Connor weellistuu beekamtuu lammii Ireland yoo taatu, amantaa Kaatolikii duraan hordofaa turte dhiisuun, gara amantaa dhaloota isii Islaamummaa akka…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Mirga Namoomaa Awrooppaa Nabi Muhammad Arrabsuun mirga yaada ofii ibsatuu miti jedhe
Manni Murtii namoomaa Awurooppaa mirga yaada ofii ibsatuu dawoo godhatuun, Nabi Muhammad Nabi Muhammad Arrabsuun seeraan ala jechuun murteesse. Kanaan…
Guutuu Dubbisi » -

UN duguuggaan Sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatamu ammas kan itti fufe tahuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti hogganaan garee duguuggaa Sanyii Miyanmaar keessati raawwatame qoratuu Marzuuq Daarusmaan ibsa Arba’aa kaleessaa kenneen, biyyattii keessatti duguuggaa…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiileen Mormituu Naannoo Tigraay lama walitti makamuuf walii galtee mallatteessan
Paartiin Aranaa Tigraay fi paartiin Qindoomina Dimokraasii Tigraay waliin hojjatuuf walii galtee kan mallatteessan tahuu FBC’n gabaase. Hoggantoonni paartii lamaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Daandiin gara magaalaa Awwadaay seensisu cufamee oole
Godina Harargee bahaa magaalaa Awwadaayitti daandiiwwan hundi cufamanii oolan. Sababni daandiin cufameef walitti bu’iinsa naannoo Soomalee fi naannoo Oromiyaa jiddutti…
Guutuu Dubbisi »










