Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Xiyyaaronni gamtaa Waraana Arabaa Yaman keessatti haleellaa raawwataniin namoota nagayaa heddu galaafatan
Xiyyaaronni gamtaa waraana Arabaa Sa’uudin hogganamuu Sabtii kaleessaa Yaman kutaa Hudeeydaa keessatti haleellaa Minibaasii namoota nagahaa fe’atee deemaa ture irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Da’awaa guddaan Magaalaa Qarsaatti geggeeffame
Godina Arsii aanaa Muneessaa magaalaa Qarsaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazoonni hedduun sagantaa kana irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan marii Daa’iilee Islaamaa fi Barsiisota kiristaanaa jiddutti Aanaa Adaamii Tulluu keessatti gaggeeffame
Sagantaan marii kun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu ganda Urgoo macaafaa jedhamu keessatti geggeeffame. Mariin kun daa’ilee beekkamoo Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Kaamil Shamsuu Affeerraa mootummaa Ameerikaatiin Washington DC seene
Gorsaa Seeraa Koree Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi miseensa koree haarawa muummicha Ministeeraatiin dhimma hawaasa muslimaa akka qoratu hundeeffamee kan…
Guutuu Dubbisi » -

Birgeedar Jeneraal Kamaal Galchuu Hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa tahuun muudame
Birgeedar Jeneraal Kamaal Galchuu Hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa akkasumas Koloneel Abbabaa Garasuu Itti aanaa isaa tahuun muudaman. Birgeedar…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Raayyaa Ittisaa torbee dabre loltoota qindeessuun gara Masaraa deeman too’annoo jala oolfamaa kan jiran tahuu ibsame
Arba’aa darbe miseensonni raayyaa ittisa biyyaa 240 tahan “rakkoo bulchiinsa gaarii fi gaaffiilee mirgaa muummicha ministeeraatti dhiheeffanna”sababa jedhuun, hidhannoo guutuu…
Guutuu Dubbisi » -

Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Makiinaa badhaase.
Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa hundeessaafi hogganaa garee kanaa kan tahan Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibu Ridallaah) makiinaa hojii da’waatiif tahu bitanii badhaasan.…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa Gaazaa keessatti Falasxiinota jaha ajjeese
Waraanni Israa’el Jum’aa har’aa lammiilee Falasxiin daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa turan irratti dhukaasuun, Falasxiinota jaha ajjeesuun 140 ammoo kan…
Guutuu Dubbisi » -

Addi Bilisummaa Oromoo dhimma hidhannoo hiikkatuu fi dhiisuu irratti marii mootummaa waliin godhaa jiru hin xumurre jedhe
Dhiheenya kana mootummaa fi qondaaltonni ABO dhimma hidhannoo hiikkachuu Waraana Bilisummaa Oromoo irratti yaada faallaa walii kennaa kan jiran yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Turkiyaan Gazexeessaan Sa’uudii Qonsilaa Istanbul keessatti ajjeefamuu ragaa Viidiyoo fi sagalee kan qabdu tahuu gabaafame
Turkiyaan Jamaal Khaashoqjii qonsilaa Istanbul keessatti ajjeefamuu isaa ragaa Viidiyoo fi sagalee akka argatte, qondaaltota Ameerikaatiif kan himte tahuu gaazexaan…
Guutuu Dubbisi »










