Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhibeen Iboolaa Koongoo-DRC irraa gara biyyoota ollaa babal’ataa jira jechuun akeekkachiise
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO’n akka jedhetti, dhibeen Iboolaa ji’a lama dura Ripaalika Dimokraatawa Koongoo keessatti ka’e hanga ammaatti too’annaa jala…
Guutuu Dubbisi » -

Hobomboleettiin Rooba Cimaa makate Ameerikaa kutaa Flooriidaa rukute
Hobomboleettiin Rooba Cimaa makate kan Hurricane Mikael jedhamu kun Kaaba Lixa Flooridaa kan rukute yoo tahu, rooba cimaa fi dambalii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Addi Bilisummaa Oromoo waraana isaa hidhannoo akka hiikkachiisu gaafate
Torbee darbe keessa hogganaan Addichaa obbo Daawud Ibsaa hidhannoo hiikkatuuf walii galteen mootummaa waliin godhame kan hin jirre tahuu ibsuun,…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Gaaffii Waraanni Makkalaakayaa kaaseef deebisaa kan kennu tahuu ibse
Haalli magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa uumamee ture nagayaan kan hiikame tahuun beekame. Waajjirri muummicha ministeeraa ibsa baaseen, guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaan Finfinnee haala hin beekaminiin muddama keessa kan galte tahuu gabaafame
Naannawa Masaraa mootummaa Araatkiloo jirutti waraanni Makkalaakayaa “gaaffii Mindaan”wal qabate kan kaasan tahuu gabaasaaleen ni mul’isu. Akka odeeyfannoon naannawa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Foramiin Daldalaa fi Diinagdee Turkiyaa-Afrikaa Istanbul keessatti jalqabame
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan Araba’aa har’aa sirna baniinsaa Foramii Turkiyaa-Afrikaa guyyaa lamaaf turu kana irratti haasaya godheen, biyyoonni Afrikaa maxxantummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaadarri Ameerikaa taayitaa gad lakkifte
UN’tti Ambaasaaddarri Ameerikaa Nikii Heelii taayitaa isii hanga dhuma bara kanaattii gad lakkisuun, bulchiinsa Traamp keessaa bahuuf kan murteessite tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Israa’el ji’a dabre keessa qofa Falasxiinota 378 hiitee
Gareewwan mirga namoomaatiif falman 3 gabaasa Isniina har’aa baasaniin, Israa’el west bank fi Gaazaa irraa ji’a September keessa qofa Falasxiinota…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Booranaa Ganda Dhaarriitootti muudateen lubbuun nama hedduu darbe.
Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Ganda Dharriitoo jedhamutti konkolaataan boba’aa fi uummata walitti fe’ee Bulee Horaa irraa Mooyyaleetti imalaa ture, harree…
Guutuu Dubbisi »










