Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Buufatni Xiyyaara Baalee Roobee eebbifame
Bufatni Xiyyaaraa kun imala Finfinnee fi Roobe jidduu torbaanitti guyyaa sadi, Arba’aa, Jum’aa fi Alhada kan kennu tahuun beekameera. Imalli…
Guutuu Dubbisi » -

Netherlands Basaastota Raashiyaa Afur biyyaa ari’uu beeksifte
Ministeerri ittisaa Netherlands ibsa baaseen, Haleellaa interneetii (Cyber attack) dhaabbilee gurguddoo biyyattii irratti mootummaa Raashiyaatiin qindaayee ture kan fashaleesse tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsa Poolisoota Federaalaa jiddutti uumameen lubbuun namaa dabre
Magaalaa Finfinnee naannoo Wolloo Safar jedhamutti walitti bu’iinsa poolisoota federaalaa jiddutti muudateen, poolisoonni 2 yoo du’an, 4 madaa’aniiru. Poolisiin yakkicha…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii UN Ameerikaan qoqqobbii Iiraan irra keette akka kaastu ajaje
Manni murtii ol’aanaan UN, International Court of Justice jedhamu, Ameerikaan qoqqobbiiwwan Iiraan irra keette jidduu, bittaa meeshaalee gargaarsa namoomaa fi…
Guutuu Dubbisi » -

Korri Paartii Dimokraatawaa Amaaraa ibsa ijjannoo baasuun goolabame
Paartichi kora isaa 12ffaa guyyaa shaniif magaalaa Baahir Daaritti geggeessaa ture har’aa goolabe. Paartiin ADP kora isaa kana irratti hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Namoota Balaa Kirkira lafaa Indooneezhiyaa keessatti muudateen du’anii 1,234 gahe
Balaa kirkira lafaa guyyaa afur dura Indooneezhiyaa Oddoola Sulawesitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 1,234 gahuu ejeensiin ittisa balaa biyyattii beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti Bu’iinsa naannoo Benshaangul Gumuz keessatti uumameen namoonni 72,000 ol qe’ee fi qabeenya Isaanii irraa buqqifaman
Walitti bu’iinsa dhiheenya kana naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii jedhamu keessatti uumameen, dhalattoonni Oromoo fi Amaaraa 72,000 ol tahan, kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri haajaa alaa hojjattoota 90 Imbaasotaa fi qonsilaawwan irraa gara biyyaa yaame
Ministeerri haajaa alaa ibsa baaseen, hojjattoonni gara biyyaattti yaamaman namoota Imbaasotaa fi qonsilaawwan Itoophiyaa biyyoota gara garaa keessa waggaa dheeraaf…
Guutuu Dubbisi » -

Namtichi Qur’aana Mana Fincaaniitti darbe hidhaa waggaa 12tiin adabame.
Namni yakka kana raawwate Girmaa Yittaagazaw jedhama. Jiraataa Godina Jimmaa Aanaa Saxxamaa Magaalaa Saxxammaati. Namni kun Kiristaanummaarraa gara Islaamummaa kan…
Guutuu Dubbisi »










