Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Walitti bu’iinsa Naannoo Benshaangulitti ka’een dhalattoonni Oromoo 17 ol ajjeefaman
Naannoo Benshaangul iddoowwan DaalattIi, Odaa Goodarree, Qooncoo fi Sirbaa jedhamanitti walitti bu’iinsa saboota Bartaa fi Oromoo jiddutti ka’een, yoo diqqaate …
Guutuu Dubbisi » -

Paaraaguwaay Imbaasii isii Alquds-Jerusalem irraa gara Tel Aviivitti deebiste
Ameerikaan Imbaasii isii Tel Aviiv irraa gara Alqudsitti jijiiruu hordofuun, Paaraaguwaayis Ji’a lama dura Imbaasii Isii gara Alquds-Jerusalem jijjiirtee turte.…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Muhammad Yaasiin hidhaa irra lakkifame
Ustaaz Muhammad Yaasiin namoota sababa gaaffii mirga amantaa hawaasni muslimaa kaasen, mootummaan dhiibamanii biyya irra baqatuun biyya Ormaa turan jidduu…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan Imbaasii isiii Eertiratti bante
Ityoophiyaan waggaa diigdama booda Imbaasii isii magaalaa Asmaraa keessatti bante. Sirna baniinsa Imbaasii kana irratti muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad…
Guutuu Dubbisi » -

Munshid Anas Muhammad gara biyyaatti galuuf qophaayaa jira
Munshid Anas Muhammad Waggaa lama dura Sababa roorroo mootummaatiif biyyarraa baqatee Keeniyaa magaalaa Naayiroobii keessa jiraataa turuun isaa ni beekama.…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udii Sheikh Salmaan Al-Awdah irratti Adabbii du’aa murteessuuf kan qophaayaa jiru tahuun beekame
Abbaan alangaa mootummaa Sa’udii Aalima beekkamaa biyyattii Salmaan Al-Awdah irrattii murtii du’aa dabarsuuf kan qophaayaa jiru tahuu maatiin isaatii fi…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Buufata Doonii Asab Daawwate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Foramii Chaayinaa-Afrikaa Beejiing keessatti qophaaye irratti hirmatuuf gara Chaayinaa imaluun isaa ni yaadatama. Foramii irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Jaappaan bubbee Taayfuun jedhamuun dhahamte.
Bubbeen kun Kibba Jaappaan magaalaa Koobee kutaa Hyoogoo jedhamurraa ka’uun gara kutaa biyyattii bubbisutti jira. Bubbeen Taayfuun Jeebii jedhamu kun…
Guutuu Dubbisi » -

Jiraattonni Harargee Lixaa Haasawa itti aantuu Prezdaantii naannoo Oromiyaa morman.
Torbee lama dura jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Aanaalee fi Magaalota adda addaa irraa gara magaalaa Ciroo dhufuun, hoggantoota godinarraa ramadaman…
Guutuu Dubbisi » -

Liibiyaa keessatti lola hammaachaa dhufe hordofuun mootummaan biyyatti Tripolii fi naannawa isiitti labsii yeroo muddamaa baase
Magaalaa Tripolii fi naannawa isiitti walitti bu’iinsa hidhattoota jiddutti uumameen, siviilota dabalatee hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 39 akka ajjeefamanii…
Guutuu Dubbisi »










