Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Balaa lolaa Indiyaa keessatti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 324 gahe
Indiyaa kutaa Keralaa keessatti balaan lolaa guddaan kan muudate yoo tahu,lubbuu nama 300 ol galaafatuu fi qabeenya heddu barbadeessuu qondaaltonni…
Guutuu Dubbisi » -

Imraan Kahan Muummicha ministeera Paakistaan tahuun filatame
Filannoo Paakistaanitti dhuma ji’a darbe geggeefameen paartiin Imraan Kahan hoogganu barcumaa paarlaamaa heddu kan moo’ate yoo tahu, Kanuma hordofuun Jum’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Finfinnee keessatti Meeshaan Waraanaa lakkoofsaan heddu ta’e too’annaa jala oole
Komishiinni Poolisii magaalaa Finfinnee meeshaalee waraanaa karaa seeraan alaatiin biyya seene to’annaa jala kan oolche ta’uu beeksise. Meeshaaleen waraanaa kunniin…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan qondaaltota Turkiyaa irra qoqqobbii kaayuuf dhaadatte
Turkiyaan paastarii lammii Ameerikaa yaalii fonqolchaa bara 2016 prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan irratti raawwatame “keessaa harka qaba” jechuun eega hiitee…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa aanaa Cinaaqsan Araddaalee lama keessatti raawwatameen lubbuun nama lamaa darbe
Weerarri liyyuu Poolisii naannoo Somaalee ammas akkuma itti fufetti jira. Guyyaa har’aa godina Harargee bahaa aanaa Cinaaqsan araddaalee lama keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan loltoota isii daangaa Eertiraa irraa kaasaa jirti
Itoophiyaan loltoota isii waggaa 20 oliif daangaa Eertiraa irra turan kan baasaa jirtu tahuu BBC gabaase. Loltoonni lokkoofsaan heddu ta’an…
Guutuu Dubbisi » -

Koreen dhimma hawaasa Muslimaa akka qoratu hundeeffame haala yeroo irratti ibsa kenne
Koreen Miseensota 9 qabu kun guyyaa har’aa Magaalaa Finfinnee Galama Bilal Al Habash kessatti ibsa miidiyaaleef kenneen, jeequmsa dhiheenya kana…
Guutuu Dubbisi » -

Suudaan keessatti Dooniin barattoota fe’attee laga Naayil irra imalaa turte dhidhimuun yoo xiqqaate ijoolleen 22 dhuman
Dooniin barattoota 40 fe’attee laga Naayil ceesisaa turte tun kan dhidhimte kutaa Sudaan naannoo Nile River jedhamu keessatti akka tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Daandiin Xiyyaara Ityoophiyaa buufata Boolee keessatti huujjaajota daraaraa jira
Hujjaajonni biyya keenyaa hajjii bara kanaatiif qophii fi kaffaltii isaan barbaachisu hunda xumuranii gara Makkaa imaluuf buufata xiyyaara Boolee keessa…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi lammiilee Ityoophiyaa qe’ee isaanii irraa buqqifamanii miliyoona 2.8 gahuu ibsame
Dhaabbata mootummoota Gamtoomanitti ejensiin daa’immanii, UNICEF ibsa baaseen lakkoofsi lammiilee qe’ee isaanii irraa buqqifamanii ji’a 6 dura miliyoona 1.6 ture,…
Guutuu Dubbisi »










