Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Dr Abiy Ahmad itti aanaa preezdaantii Ameerikaa fi hooggantoota dhaabbiilee idil-Addunyaa waliin mari’ate
Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad Ameerikaa keessatti marii hawaasa Itoophiyaa waliin geggeessaa jiruun cinatti, qondaaltota Ameerikaa fi hooggantoota dhaabbiilee adda…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad dhaabbilee hawaasaa fi paartiilee Siyaasaa biyya alaa jiran waliin mari’ate
Jilli Muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmadiin durfamu lammiilee Itoophiyaa Ameerikaa Kaabaa jiraatan waliin mari’achuuf Khamiisa dheengaddaa gara Ameerikaa imale. Imala…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad fi Prezdaant Lammaa Magarsaa kora Badr International irratti argaman
Kora Badri 18ffaa irratti Muummicha Ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabalatee qondaaltonni mootummaa argaman. Korri Badri International guyyaa kaleessaa kan jalqabe.…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Federaalaa Injinar Simmanyaw Baqqala rasaasaan rukutamee ajjeefamuu beeksise
Komishinar Janaraalli Komiishinii Poolisii Federaalaa Zeynuu Jamaal waaree booda ibsa kenneen, Injinar Simmanyaw Baqqala gurra bitaa duuba rasaasaan rukutamee ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Ameerikaa Imale
Imalli Dr Abiy kun ‘Imala tokkoomuu’ mooggaasa jedhu kan qabu yoo tahu, mataduree ‘Dallaa diiguun, Riqicha haa ijaarru’ jedhuun waltajjiiwwan…
Guutuu Dubbisi » -

Injinar Simanyawu Baqqalaa Konkolaataa keessatti du’ee argame
Hojii Geggeessaan Hidha Guddicha Laga Abbaay Injinar Simanyawu Baqqalaa ganama har’a Adoleessa 26/2018 Finfinnee naannawa Addabaabaayii Masqalaatti konkolaataa Isaa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbanni Turkiyaa tokko Kaaba Suuriyaa keessatti Masjiidota 108 deebisee ijaaruu beeksise
Dhaabbanni Diyanet jedhamu kun hanga ammaatti lola Suuriyaa keessatti geggeefamaa jiruun masjiidota barbaadaayan jidduu 108 deebisee ijaaruu beeksise. Dhaabbatichi dabalataanis…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Baatii Diimaa Emreets lammiilee Oromoo Qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamaniif deeggarsa birrii miliyoona 50.7 kenne
Deeggarsi waldaan Baatii Diimaa Emreets kenne kun, lammiilee Oromoo naannawa daangaa godinaalee Oromiyaa Gujii, Booranaa fi Baalee irraa buqqa’an deebisaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaaz Abubakar Ahmad gara Ameerikaa imale
Walitti Qabaan Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa Ustaaz Abubakar Ahmad Arba’aa Har’aa Ameerikaa seene. Hawaasni muslimaa biyya keenyaa magaalaa Washingtonii…
Guutuu Dubbisi » -

Aalimni Guddaan Biyya Keennaa Sheik Sa’id Ahmad Musxafaa gara biyyaatti deebi’uuf
Sheikh Sa’id roorroo mootummaan biyyattii isaan irraan gahaa ture jalaa baqatuun, waggoota 24 oliif biyya ormaa keessa jiraataa turan. Jijjiirama…
Guutuu Dubbisi »










