Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Naannoo Kibbaa aanaa addaa Yam magaalaa Sajjaa keessati muslimoonni 13 humnoota tika mootummaatiin ajjeefaman
Ajjeechaan kun kan raawwatame guyyaa kaleessaa yoo tahu, sababni ajjechaa kanaa waggaa darbe keessa mootummaan naannichaa masjiidaa fi madraasaan akka…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Eertiraa Sabtii dhuftu Finfinnee daaw’ata
Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii Sabtii dhuftu Adoolessa 14/2018 Finfinnee kan seenu tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Dabra Marqoositti Hoteela Obbo Barakat Sim’oon ittti qubate jedhame irratti Haleellaan raawwatame.
Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Maarqoos keessatti guyyaa har’aa jeequmsi hamaan kan uumame yoo tahu, dargaggoonni magaalaa Dabra Maarqoos Hoggantoonni mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Liyyuu poolisii naannoo Somaalee gandoota Aanaa Cinaaqasan keessatti hammaatee itti fufee jira
Liyyuu poolisiin naannoo Somaalee har’a waaree booda Harargee Bahaa Aanaa Cinaaqsan Araddaalee Malawlee fi Biyyoo keessatti lola banteen yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Taayilaand duula Ijoollee Holqa keessatti danqaman baraaruu milkiin xumuruu beeksise
Gareen Kubbaa miilaa ijoollee 12 fi leenjisaan isaanii hamate, holqa Taayilaand keessatti guyyoota 17 dura danqamuun isaanii ni yaadatama. Gareen…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itiyoophiyaa Qoqqobbiin Eertiraa irraa kaahamee ture akka irraa ka’u gaafate
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa hardhaa barreessaa dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) kan tahe Antooniyoo Gutareez waliin kan mari’ate yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Hogannaa ABO Shanee Obbo Dawud Ibsaa waliin mari’aate
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad Daaw’annaa hojiitiif gara Eertiraa imaluun mootummaa Eertiraa waliin eega mari’ateen booda, hoogganaa Adda Bilisummaa Oromoo…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaa fi Eertiraan lolli jidduu isaanii ture xumuramuu labsan
Jilli muummicha ministeeraa guyyaa kaleessaa Asmara yeroo gahetti Prezdaant Isaayyas Afworqii fi qondaaltota ol’aanoo biyyaattiitiin simannaan hoo’aan godhameefii jira. Hooggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Taayilaand Ijoolleen Afur Holqa keessa kan baraaraman tahuu beeksise
Torbaan lama dura Taayilaand keessatti ijoolleen 12 fi leenjisaan kubbaa miilaa tokko holqa guddaa keessatti eega dhabamanii guyyaa 9 booda…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Muhaadaraa guddaan aanaa Jaarsoo araddaa Odaa Muudaatti geggeeffame.
Sagantaa kana Irratti Ulama’oonni fi Ustaazonni heddu argamuun da’awaa kan godhan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa. Keessumoota sagantaa kana irratti…
Guutuu Dubbisi »










