Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ummanni magaalaa Dirree Dhawaa deeggarsa muummicha ministeeratiif qabu ibsachuuf hiriira nagahaa geggeesse
Ummanni Magaalaa Dirree Dhawaa jijjiirama hooggansa muummicha ministeeraatiin dhufaa jiru deeggaruun, ganama har’aa Istaadiyoomii magaalattii keessatti hiriira nagahaa geggeesse.…
Guutuu Dubbisi » -

Filannoo Prezdaantummaa Turkiyaa har’a geggeeffameen Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan injifate
Turkiyaan rifarandamii bara dabre geggeessiteen bulchiinsa biyyattii sirna paarlaamentii irraa gara prezdaantummaatti eega jijjiirteen booda, ummanni biyyatti Alhada hardhaa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Ummanni Turkiyaa filannoo prezdaantummaa fi miseensota paarlaamaatiif sagalee kennuu jalqabe
Turkiyaan rifarandamii bara dabre geggeessiteen bulchiinsa biyyattii sirna paarlaamentii irraa gara prezdaantummaatti eega jijjiirteen booda, ummanni biyyatti Alhada har’aa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Hoogantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee to’annoo jala oolan
Haleellaa Boombii Hiriira irratti raawwatameen walqabatee qorannoo geggefamaa jiruun, Itti aanaa Komishiinarii dabalatee hooggantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee sagal too’annaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Zimbaabwee haleellaa boombii itti aggaamame jalaa baraarame
Haleellaa Boombii Prezdaantii Zimbaabwee irratti aggaamameen itti aanaa isaa dabalatee namootni heddu miidhamanii jiru. Prezdaant Emarsan Minangagwaan haleellaa itti aggaagame…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa namoota balaa Boombiitiin miidhamanii Hospitaala Xiqur Anbassaatti waldhaanamaa jiran Ziyaaran
Hiriira guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti geggeefame irratti haleellaa Boombii dhaqqabeen namootni 150 ol tahan miidhaman hospitaalota magaalaa Finfinnee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira nagayaa magaalaa Finfinnee irratti haleellaan boombii raawwatame
Hiriira guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti geggeefame irratti haleellaa Boombii dhaqqabeen namootni heddu kan miidhaman tahuun beekame. Odeeffannoo jalqaba bahe…
Guutuu Dubbisi » -

Muslimoota magaalaa Burraayyuu irraa hidhaman keessaa 2 hiikaman
Muslimoonni 10 sababaa masjiida magaalaa Burraayyuutti diigamee ture waliin walqabatee kan hidhaman yoo tahu, guyyaa hardhaa mana murtii sadarkaa tokkoffaa…
Guutuu Dubbisi » -

Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaa Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensa Itoophiyaa tahuun muudame
Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensaa kan ture Jeneraal Aadam Muhaammad Daarektara Muummee Tajaajila Nageenyaa fi Basaasa Biyyoolessaa (NISS) tahuun mudamuun isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Traamp labsii ijoollee godaantotaa maatiin gargar baasu haqe
Donaald Traamp torbee dabre keessa Imaammata godaantotaa bulchiinsi isaa baase yemmuu ibsu, “Ameerikaan Kaampii godaantotaa hin taatu”jechuun akeekkachiise. Qajeelfamoota bulchiinsi…
Guutuu Dubbisi »










