Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Sagantaan Cufiinsa Majliisa Sheekh Aliyyii geggeeffame
Guyyaa har’aa godina harargee bahaa magaalaa Kombolchaatti kan argamu Majliisni Sheekh Aliyyii sababa ji’a Kabajama Ramadaanaatiif sagantaa cufinsaa kan…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Isra’eel Falasxiinota irratti dhukaasee namoota heddu madeesse
Lammiileen Falasxiin mormii torbaan afur dura jalqaban itti fufuun Jum’aa har’aatis daangaa Gaazaa irratti mormii geggeessaa oolan. Waraanni Isra’eel…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin Bulchiinsa naannoo Soomalee irratti godhamu itti fufee jira
Guyyaa hardhaa naannoo Soomalee magaalota adda addaa keessatti ummanni naannichaa bulchiinsa Abdii Ilee irratti mormii dhageesisaa jira. Magaalaa guddoo…
Guutuu Dubbisi » -

Kooriyaan Kaabaafi Kibbaa Waliigalan
Hooggantoonni Kooriyaa lamaanii waldhabdeen biyyoota lamaan jidduu waggoota 65 ol ture xumuramuu labsuun waliigaltee mallatteessan. Waliigaltee “labsii Panmunjon” jedhanii moggaasan…
Guutuu Dubbisi » -

Hooggantoonni Kooriyaa Kaabaa fi Kibbaa marii jalqaban
Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un fi prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Jae-In daangaa biyyoota lamaanii irratti iddoo Panmunjon jedhamutti wal argan.…
Guutuu Dubbisi » -

Barattoonni Yunivarsitii Amboo Hiriira Mormii Gaggeessan
Barattoonni Yunivarsiitii Amboo hiriyyoonni isaanii Komaand poostiin qabamanii mana hidhaatti darbaman akka lakkifamaniif mormii dhageessisaa jiru. Kanuma hordofuun ganama har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti Komishiinarri ejansii mirga Namoomaa, namoota hidharraa hiikaman waliin mari’ate
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komishiinarri mirga namoomaa Zayid Ra’ad Al Huseen haala qabiinsa mirga namoomaa Itoophiyaa ilaalchisee mootummaa fi qaamolee hawaasaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dararaa fi hidhaan Komaand poostiin hawaasa irratti raawwatu cimee itti fufee jira .
Labsiin yeroo muddamaa eega labsamee asitti Oromiyaa godinaalee heddu keessatti humnoonni mootummaa namootaa ajjeesuu fi madeessuu akkasumas hidhaan cimee itti…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti Komishiinarri ejensii mirga Namoomaa daawwannaaf Itiyoophiyaa dhaqe.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti komishiinarri mirga namoomaa Zayid Ra’ad Al Huseen guyyaa kaleessaa daawwannaa Itoophiyaa keessatti godhu kan jalqabe yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Soomalee godina Shinillee keessatti mormiin geggeeffamaa jira
Jiraattoonni naannoo Soomalee Godina Shinillee bulchiinsa naannichaa balaaleffatuun mormii geggeessaa jiran. Mormii guyyoota lama dura Shinillee keessatti jalqabame too’achuudhaaf mootummaan…
Guutuu Dubbisi »










