Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Briteen Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte tahuu beeksifte
Briteen haleellaa Summii basaasticha qara lamaa lammii Ruusiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Dipiloomaatota Ruusiyaa 23 biyya isiitii ari’uuf kan qophoofte…
Guutuu Dubbisi » -

Hoogganaan Biiroo Haqaa Oromiyaa, duguuggaan Sanyii magaalaa Moyyaaleetti raawwatame kan itti yaadamee raawwatameedha jedhe
Sabtii darbe waraanni Makkalaakayaa godina Booranaa Magaalaa Mooyyalee keessatti Duguggaa sanyii raawwateen namoota 11 ajjeese, namoota heddu ammoo madeesse. Jiraattoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifaman magaalaa Adaamaatti qubsiisuun jalqabame.
Lammiilee Oromoo naannoo Soomalee irraa buqqifamuun Kampii adda addaa keessa turan manneen magaalota adda adda keessatti qophaa’anitti galchuun jalqabameera. Manneen…
Guutuu Dubbisi » -

Doonaald Traamp Ministeera Haajaa Alaa Reeks Tiilersan taayitaa irraa ari’e
Prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp ministeera Haajaa Alaa Reeks Tiilersa taayitaa irraa ari’uun, hoogganaa CIA kan ta’e Maayik Poompe’o kan muude…
Guutuu Dubbisi » -

Mormiin Sochii Boba’aa Ugguruu guutuu biyyattii keessatti jalqabame
Mormiin Sochii Boba’aa ugguruu Qeerroon torbaan tokkoof yaamte guutuu biyyaatti jalqabame. Mormii kanaan Bootteen Boba’aa fe’u kamiyyuu Suudaanii fi Jibuutii…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Oromoo Mooyyaalee irraa gara Keeniyaa baqatan gargaaruuf duulli maallaqa walitti qabuu jalqabame
Ajjeechaa waraana makkalaakayaa dheessuun lammiilee Oromoo aanaa Moyyaalee irraa gara Keeniyaatti baqatan gargaaruuf, duulli maallaqa walitti qabuu karaa toora interneetiitiin…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni makkalaakayaa magaalaa Mooyyaalee keessatti guyyaa har’aatis nama lama rukute
Waraanni Makkkalaakayaa guyyaa kaleessaa magaalaa Moyyaalee keessatti nama 15 ol ajjeese, har’as dargaggoota lama rasaasaan rukutuun beekame. Dargaggoota lamaan ganama…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Keeniyaatiifi paartiin mormituu walii galuu ibsan.
Pirezedentiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa guyyaa dheengaddaa dursaa garee paartii mormituu Keeniyaa Raayilaa Odiingaa waliin masaraa mootummaa ‘Haraambee Haawus’tti mari’ate. Hoggantoonni…
Guutuu Dubbisi » -

Hooggantoonni Ameerikaa fi Kooriyaa Kaabaa wal arganii mari’achuuf waliigalan.
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp affeerraa marii prezdaantii Kooriyaa Kaabaa irraa dhufeef kan fudhate tahuu beeksise. Traamp akka jedhetti affeerraan prezdaantii…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni makkalaakaaya Magaalaa Mooyyalee keessatti namoota 9 ol ajjeesse.
Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa Magaalaa Mooyyaalee kresstti dhukaasa banuun, yoo xiqqaate namoota 9 ajjeessuun heddu ammoo madeesse. Ganama har’aa magaalaa…
Guutuu Dubbisi »










