Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ajjeechaan Waraanni Liyyuu Poolisii Soomalee daangaa Oromiyaa ceehuun raawwatu itti fufee jira.
Godina Baalee aanaa Sawweenaa Ganda Burqaa Dhaareetti jimaata March 16/2018, waraanni liyyuu poolisii naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa cehuun, ummata nagayaa…
Guutuu Dubbisi » -

Raashiyaan Dipiloomaatota Briteen 23 biyya isiitii ari’uuf kan murteessite tahuu beeksifte
Briteen haleellaa Summii basaasticha lammii Raashiyaa tahe irratti raawwatameen walqabatee, Arba’aa dabre dipiloomaatota Raashiyaa 23 biyya isiitii baasuuf akka tahe…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Keenya magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Qubsiifamaniif gargaarsi godhame
Lammiilee Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqifaman Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti guyyoottan darban keessa hujiin qubsiisuu jalqabamuu isaa isinii…
Guutuu Dubbisi » -

Keeniyaan Daangaa Itoophiyaa waliin qabdu cufachuu ibsite.
Gaazeexaan Bloomberg gabaasa isaa kan March 16/2018 irratti, Hidhattonni Adda Bilisuummaa Oromoo (ABO), konkolaataa waraana mootummaa Itoophiyaa fe’ate deemaa ture…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni ol’aanoon naannoo Oromiyaa heddu mana hidhaatti darbamaa jiru
Mootummaan biyyattii labsii yeroo muddamaa eegaa labseen booda qondaaltota naannoo Oromiyaa aantummaa ummataa mul’isaa turan hidhaa jira. Qondaaltota kanneen keessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Suuriyaa kumaatamaan lakkaawaman naannawa Guutaa Bahaa keessaa baqachutti jiran
Haleellaa waraanni mootummaa Suuriyaa qilleensa irraan naannawa Guutaa Bahaa keessatti hammeesse hordofuun, ummanni kumaatamaan lakkaahamu baqataa jira. Gareen Syrian Observatory…
Guutuu Dubbisi » -

Uggurri boba’aa guyyaa 3ffaaf itti fufee jira.
Uggurri boba’aa biyya alaa irraa akka hin seennee fi biyya keessaas akka hin sochoone torbee tokkoof jalqabame hardha guyyaa 3f…
Guutuu Dubbisi » -

Yeroon filaannoo hoogantoota majlisa Itiyoophiyaa akka dheereeffamu gaafatame.
Hooggantoonni majlisaa filaannoo bara 2005 bulchiinsa gandaa keessatti godhuun aangoo eegaa qabatanii booda, filannoon itti aanu waggaa 10tti akka geggeeffamu…
Guutuu Dubbisi » -

Muhammad Bin Salman: “Yoo Iraan Boombii Niiwukilara oomishte, Sa’udiinis hatattamaan hidhatti”
Dhaaltuun gonfoo Sa’udii Arabiyaa Muhammad Bin Salmaan gaafii fi deebisaa Khamiisa har’aa Televizyoona CBS News waliin godheen, “Sa’udiin Boombii Niwukilarii…
Guutuu Dubbisi » -

Itti gaafatamaan sabqunnamtii Biiroo Haqaa Oromiyaa hidhame.
Itti gaafatamaa Sabqunnamtii Biiroo Haqaa Oromiyaa Obbo Taayyee Danda’aa ganama har’aa komaand postiin wajjira isaa keessaa qabamee kan hidhame tahuun…
Guutuu Dubbisi »










