Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ertiraan dargaggoota sirna awwaalcha Haaji Muusaa Muhammad irratti hirmaatan heddu hiite
Mootummaan Ertiraa dargaggoota sirna awwaalcha Haaji Muusaa Muhammad Nuur irratti hirmaatan heddu kan hiite tahuu BBC’n gabaase. Haaji Muusaan hooggaanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Oromiyaa Keessatti hidhaan hammaatee itti fufee jira.
Lagannaan gabaa fi manaa bahuu dhabuu guyyoota sadihiif geggeeffamaa ture, guyyaa kaleessaa kan xumurame yoo tahu, kanuma hordofuun magaalota Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Haajaa alaa Ameerikaa, labsiin yeroo muddamaa ariitiin akka kaafamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan guyyaa kaleessa Itoophiyaa kan seene yoo tahu dhimma haala siyaasaa biyyaatti irratti angawoota mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Haajaa Alaa Ameerikaa Itoophiyaa Seenuun beekame
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan har’a waaree booda Finfinnee kan seene tahuun beekame. Ministeerri haajaa kun Qondaaltota Itoophiyaa waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Oromiyaatti Lagannaan Gabaa Gaggeeffamaa oole.
Guutuu Oromiyaatti Guyyaa 2ffaatiif Lagannaan gabaa gaggeeffamaa oole. Magaalota muraasa keessatti waranni waraanni mootummaa ummata dirqamsiisee dukkaana bansiisee jira. irra…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Lixa Oromiyaa keessatti ajjeechaa fi dararaa ummata irratti raawwatu itti fufee jira
Shawaa Lixaa magaalaa Gincii keessatti halkan edaa dargaggoo Abdii Toleeraa jedhamu mana isaa keessaa fuudhuun ajjeessanii daandii irratti kan darban…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Godina Wallaggaa fi Shawaa Lixaa keessatti lubbuu namaa galaafate
Godina Shawaa lixaa magaalota akka Amboo,Gincii,Gudar fi Incinnii keessatti waraanni makkalaakayaa hawaasa irratti dhukaasa banuun namoonni heddu kan miidhaman tahuun…
Guutuu Dubbisi » -

Ameerikaan buufatalee waraanaa 20 ol Suuriyaa keessatti kan bante tahuu Raashiyaan beeksifte
Ameerikaan buufataalee waraanaa 20 ol Suuriyaa naannoo finciltoonni Kurdistaan too’atan keessatti akka dhaabdee fi Finciltoota kurdiitiif meeshaalee waraanaa hammayyaawaa ta’an…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Parlaamaa Labsii yeroo muddamaa irratti guyyaa boruu sagalee kennu jedhamee eeggama.
Labsiin yeroo muddamaa eega labsamee hardha guyyoota 14 lakkoofsisee jira. Labsiin kun miseensota mana mareetiif osoo dhiyaate hin mirkanaayin duratti…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi ministeera Lubnaan Sa’ad Hariirii gara Sa’udii imale
Mummichi ministeera Lubnaan Sa’ad Hariirii Arba’aa har’aa gara Sa’udii imaluun magaalaa Riyaad keessatti Malik Salmaan waliin mari’ate. Sa’ad Hariirii Ji’a…
Guutuu Dubbisi »










