Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Hawaasni Oromoo Magaalaa Riyaad lammiilee qe’e isaanii irraa buqqifamaniif Birrii 1,100,000 ol walitti qaban.
Hawaasni Oromoo biyya Sa’udii Magaalaa Riyaad Keessa jiraatu, lammiilee Oromoo daangaa Somaalee irraa buqqifamanii gammoojjii Baalee keessatti rakkinaaf saaxilaman gargaaruuf…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee imale.
Jilli Garee Sumayyootaa fi Bilaalootaa Munashidoota 8 of keessatti hammate deeggarsa qabate gara Godina Baalee Aanaa Beeltuu magaalaa Addeleetti imalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara waraana Ruusiyaa rukutuu beeksisan
Finciltoonni Suuriyaa Xiyyaara Waraanaa Ruusiyaa mootummaa Bashaar Al-Asaad waliin tahuun naannawa Idliib kan too’annaa finciltootaa jala jiru keessatti Sabtii har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Namichi Briiteenitti Muslimoota Masjiidaa bahaa turan Makiinaa itti buusee ajjeese hidhaa waggaa 43tiin adabame.
Namtichi Daren Osborne jedhamu waggaa dabre ji’a Waxabajjii keessaa, Muslimoota Masjiida Kaaba Landanitti argamutti salaatanii bahaa turan konkolaataa irra oofuun…
Guutuu Dubbisi » -

Dooniin baqattoota feete takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti dhidhimtee namoonni 90 ol du’an.
Dooniin baqattoota feetee qarqara Liibiyaa irraa gara Awurooppaatti imaalaa turte takka galaana Meeditiraaniyaan keessatti dhidhimuun, yoo xiqqaate lubbuun namoota sagaltamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Dhaaba Mormituu Keeniyaa anis Prezdaantii jedhee Kakate
Hogganaan dhaaba mormituu Keeniyaa Raayilaa Odiinga sirna magaalaa guddoo biyyattii Naayiroobii keessatti gaggeeffameen anatu ummataan filame jechuun taayitaa prezdaantummaa fudhachuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Hamiid Muhammad Hidhaarraa Hiikame
Obboleewwan Muslimaa 19 galmee Khadiir Muhammad jalatti himataman keessaa tokko kan tahe, Hamiid Muhammad hidhaan waggaa shanii fi ji’a jahaa…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti namoonni 10 ajjeefaman
Haleellaa Waraanni Makkalaakayaa Sabtii hardhaa naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Marsaatti ummata hiriira bahe irratti raawwateen, namoonni 10 ajjeefamu…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaan Boombii Afgaanistaan keessatti raawwatame lubbuu namoota 40 oli galaafate
Haleellaa Boombii Sabtii har’aa magaalaa guddoo Afganistaan, Kaabul keessatti raawwatameen yoo xiqqaate namoonni 40 ajjeeffamuun namoonni 140 ol tahan ammoo…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’udi dureessa beekamaa ilma warra Malikaa Waliid Bin Xalaal hidhaa irraa hiike.
Dureessi Sa’udi Waliid Bin Xalaal ji’a November keessa namoota malaamaltummaan shakkamanii hidhaman keessaa tokko yoo tahu, Sabtii har’aa gad lakkifamee…
Guutuu Dubbisi »










