Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Wixinee Seera Isra’eel Al-Quds ilaalchisee qopheessite Bulchiinsi Falasxiin balaaleffate
Wixinee seeraa “Unified Jerusalem” jedhu daangaa Alquds fi Bulchiinsa magaalaa Alquds seeraan jijjiruun akka danda’amuuf qophaaye paaarlamaan Isra’eel guyyaa kaleessaa…
Guutuu Dubbisi » -

Pizza Hut’s multi-decade reign in the pizza
Sed tortor eros, congue quis tempor in, dictum sed lorem. In eleifend, elit nec aliquet pulvinar, enim velit aliquam lacus,…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuuf qophii tahuu beeksise.
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-un biyyi isaa Kooriyaa kibbaa waliin haasayuudhaaf qophii tahuu beeksise. Kim Jong-un simannaa bara haarayaa ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Midiyaalee Hawaasaa muraasa uggurte
Iiraan mormii biyyattii keessatti ka’e too’achuudhaaf, miidiyaalee hawaasaa fi Appilikeeshiinota muraasa kan uggurte tahuu gabaasni Televiziyoona mootummaa biyyattii irraa argame…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Iiraan magaalota biyyattii heddu keessatti hiriira gaggeessaa jiru
Guyyoota sadan dabraniif lammiileen Iiraan qaalayinsa jireenyaa biyyattii keessatti muudate sababeeffachuun hiriira mormii bahaniiru. Lammiileen biyyattii hiriira kana irratti hirmaatan,…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Masrii Prezdaant Muhammad Mursii irratti hidhaa waggaa sadi murteesse
Manni murtii Masrii Sabtii har’aa Prezdaantii biyyatti duraanii Muhammad Mursii fi namoota biroo 19 irratti, mana murtichaa fi Abbaa murtii…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota godinaalee Oromiyaa adda addaa keessatti hiriirri geggeeffamu cimee itti fufee jira.
Godina Qeellem Wallaggaa aanaa Haawwaa galaan magaalaa Gabaa Roobiitti barattoonni, qotee bultoonni, daldaltoonni fi hojjattoonni mootummaa hundi bahuun mormii godhaa…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoonni Isra’eel 63 tahan waraana biyyattii keessatti hirmaachuuf fedhii kan hinqabne tahuu beeksisan
Dargaggoonni lammii Isra’eel 63 Xalayaa Aangawoota biyyattiitiif barreessaniin, waraana biyyatti dachii Falasxiin humnaan qabate keessatti, hirmaachuudhaaf fedhii kan hinqabne tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Magaalaa Burraayyuu keessatti muudateen, miidhaan qaamaa namaa fi qabeenya irra gahe.
Balaan kun guyyaa hardhaa ganda Gafarsaa Gujee(Dirree Gujee) jechuun beekamu keessatti Konkolaataan Fe’iinsaa(ISUZU) fi Miinii Baasiin waliitti bu’uun kan muudate…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Olaanaa Fedraalaa Obbo Baqqalaa Garbaa yaala gayaa akka argatu ajaja dabarse
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa 4ffaa oolmaa isaa har’a waaree boodaatiin, Obbo Baqqalaa Garbaa eeggumsa amansiisaa waliin bakka yaala…
Guutuu Dubbisi »










