Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Sa’udii fi Turkiyaan Muslimoonni Addunyaa Labsii Traamp akka balaleefatan gaafatan.
Mummichi ministeera Turkiyaa Binalii Yildriimii fi Maliikni Sa’udii Salmaan Biin Abduulaziiz, walgahii guyyaa kaleessa magaalaa Riyaaditti geggeessaan irratti biyyoonni lamaanuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Miseensota Mana Mariitiif Deebisaa keennuun gabaafaame
Miseensoonni Paarlaamaa haala yeroo biyyaattiin keessa jirtuu irratti muummiichi ministeeraa hanga nuuf ibsuutti walgahii kamiyyuu hin hirmaannu jechuun torbee darbe…
Guutuu Dubbisi » Mootummaan Sa’udii Lammiilee Hayyama Jireenyaa fi hojii seeraa alaa irratti bobba’an 264,245 to’annaa jala olchuu ibse
Duula yeroo ammaa humnoonni tika nageenya Sa’udii Lammiilee biyyoota adda addaa kan hayyaama jireenya hin qabnee fi hojii seeraa alaa…
Guutuu Dubbisi »Qondaaltonni OPDO ragaa ittisaa Hooggantootaa Paartii Kongrasii Federaalistii Oromoo ta’uun mana murtiitti dhiyaachuuf qophii tahuu beeksisan
Qondaaltonni naannoo Oromiyaa ragaa ittisaa hooggantoota Paartii KFO ta’uun mana murtiitti dhiyaachuuf kan qophaa’an tahuun beekame. Abukaatoon himatamtootaa Obbo Abduljabbaar…
Guutuu Dubbisi »Yunivarsiitiin Khartuum Doktareetii Kabajaa Prezdaantii Turkiyaatii kenne
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan daaw’annaa biyyoota Afrika sadii keesasatti karoorfateef Alhada dabre Sudaan seene. Erdogaan mootummaa fi ummata Sudaan…
Guutuu Dubbisi »Ol iyyannoo Koreen Furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa dhiheeffatan ilaaluuf Manni Murtii Ammajjii 30/2010tti beellame
Miseensota koree furmaata barbaaddu hawaasa muslimaa hidhaa irratti argaman, murtii isaan irratti kennamee tureef ol iyyannoo akka hin gaafanne yeroo…
Guutuu Dubbisi »-

Obbo Haylamaariyaam Dassaaleny humnaan qabamee mana murtiitti akka dhiyaatu gaafatame
Obboo Baqqalaa Garbaa fi hooggantoonni KFO biroo himannaa isaan irratt dhiyaateef, Obbo Hayilamaariyam Dassaleny ragaa ittisa akka ta’uuf mana martii…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Naannoo Soomalee irraa buqqa’an qubachiisuuf sochiin jalqabame.
Bulchiinsi magaalaa Buurrayuu lammiilee Oromoo naannoo Soomalee keessaa qabeenya fi qa’ee isaanii irraa buqqifaman deggarsa adda addaaa kan godhaa ture…
Guutuu Dubbisi » Barattoota Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsitii Finfinneetti baratan reebichi irratti raawwatamaa jiraatuun gabaafame
Barattoonni Oromoo fi Amaaraa Yuunivarsitii Finfinneetti argaman duguuggaa sanyii waraanni mootummaa ummata nagayaa irratti raawwataa jiru kan balaleefatan yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi »-

Israa’el daandii gara magaalaa Ramallah seensisu cufte
Israa’el West Bank keessatti daandii gama Kaabaatiin gara magaalota Ramallah fi al-Bireh seensisu cufte. Murtii Donald Traamp hordofuun guutuu Falasxiinitti…
Guutuu Dubbisi »





