Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
Labsii Traamp hordofuun biyyoota addunyaa heddu keessatti mormiin itti fufee jira.
Magaalaa guddoo Indoneezhiyaa, Jaakaartaa keessatti lammiileen biyyattii 80,000 ol ol tahan, Alhada hardhaa Imbaasii Ameerikaa fuldurattii hiriira mormii cimaa ta’e…
Guutuu Dubbisi »Godina Harargee Lixaa Aanota lama keessatti haleellaa ummata nagayaa irratti raawwatameen lubbuun namoota hedduu dabre.
Godina Harargee Lixaa Aanaalee Hawwii Guddinaa fi Daaroo labuu gandoota adda addaa keessatti hidhattoonni naannoo Somaalee weerara bal’aa raawaataa jiraniin…
Guutuu Dubbisi »Dhaabbanni poolisii Addunyaa gaafii Indiyaan Dr Zaakir Nayik akka qabamuuf dhiheessite kuffise
Dhaabbanni Poolisii Addunyaa (Interpol) ibsa barreeffamaan baaseen akka jedhetti, gaafii Indiyaan Da’iin beekkamaan biyya isii Dr Zaakir Naayik akka qabamuuf…
Guutuu Dubbisi »Naayjeeriyaa keessatti Barattuun Seeraa takka Hijaaba uffachuu isiitiif sirna eebbaa irratti akka hin hirmaanne dhoorkamte.
Naayjeeriyaa keessatti barattuun Seeraa takka sababa Hijaabaatiin sirna eebbaa irratti akka hin hirmaanne dhoorkamuun isii biyyattii keessatti mormii cimaa uume.…
Guutuu Dubbisi »-

Sirni Awwaalcha lammiilee Falasxiin waraana Isra’eeliin ajjeefamanii raawwatame
Mormii guyyaa kaleessaa guutuu Falasxiin keessatti gaggeffamee irratti,loltoonni Isra’eel lammiilee Falasxiin harka qullaa mormii isaanii geggeessaa turan irratti dhukaasuun namoota…
Guutuu Dubbisi » Wal dhabbii Ityoophiyaa fi Eertiraa jidduu ture hiikuudhaaf koreen hundeeffame
Koreen kun dhaabbata miti-Mootummaa Celebrity Event jedhamuun kan hundeeffame yoo tahu, mataduree ” Kaka’uumsa Nageenya ummata Itoophiyaa fi Eertiraa” jedhu …
Guutuu Dubbisi »Magaaloota Lixa Oromiyaa hedduu keessatti ajjeechaa waraanni Makkalaakayaa Calanqootti raawwate balaaleffatuun mormiin gaggeeffame
Ajjeechaa waraanni makkalaakayaa magaalaa Calanqoo keessatti lammiilee nagayaa irratti raawwate balaaleffachuun mormiin magaalaawwan Oromiyaa keessatti geeggeffamaa jiru ammas itti fufee…
Guutuu Dubbisi »Biyyoota addunyaa heddu keessatti labsii Ameerikaan Al-Qudsi ilaalchiftee baafte balaaleffatuun mormiin gaggeeffamaa oole
Falasxiinii fi biyyoota addunyaa heddu keessatti labsii Ameerika kan Al-Qudsi/Jerusalem “magaalaa guddoo Isra’eel”jedhu balaaleffachuun mormiin cimaan gaggeeffamaa jira. Torbaan tokko…
Guutuu Dubbisi »-

Muhammad Bin Salaman Isra’eel akka daawwatu Ministeerri Basaasa Isra’eel affeere
Ministeerri basaasa Isra’eel Yisra’el Katz gaaffii fi deebisaa Weebsayitii Odeeyfannoo Sa’udii waliin godhe irratti Muhammad Bin Salman Isra’eel akka daaw’atuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Chaayinaa labsii Al-QUDSI magaalaa guddoo Falasxiin jedhu kan deeggaru tahuu ibse
Ministeerri Hajaa alaa Chaayinaa Lu Kang, Kora ariifachiisaa Gamataa biyyoota Muslimaa guyyaa kaleessa magaalaa Istaanbulitti geggeeffame booda haasawa godheen, Beejiing…
Guutuu Dubbisi »


