Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Aalimni Guddaan biyya Keenyaa Sheikh Muhammad Aadam Wolloo gara ganda Akhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun Sheikh Muhammad Aadam Wolloo yeroo dheeraaf Masjidal-Haram keessati barnootaa diinii barsiisaa kan turan yoo tahan,…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Hadiyyaatti hawaasni Muslimaa iddoo Qabrii fi Masjida itti ijaaratan dhoorkaman
Naannoo sabaa fi sablammoota ummata kibbaa godina Hadiyyaatti hawaasni Muslimaa Masjidaa fi manneen jireenyaa akka hin ijaaraanne dhoorkamuu Majlisni godinichaa…
Guutuu Dubbisi » -

“Prezdaantiin Faransaayi duula jibbaa Islaamummaa babaldhisaa jira” jechuun Turkiyaan balaaleeffatte
Prezdaantiin Faransaayi Imaanu’eel Maakroon haasawa jibbaa Islaamummaa Jimaata dabre taasise. Haasawni jibbaa kun dubbii ijoo Miidiyaalee ta’ee jira. Maakroon Jimaata…
Guutuu Dubbisi » -

Sirni Umraa ji’a 7 booda jalqabame
Mootummaan Sa’uudii sababa weerara dhibee Koroonaa Vaayirasiin Masjidoota kabajamoo lamaan ji’oota torban dabre cuufuun niyaadatama. Haaluma kanaan galgala kaleessaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib Barattoota 112 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib kan godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobetti argamu guyyaa har’aa barattoota 112 kan Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaant Traamp dhibeen COVID19 itti hammaatuun Hospitaala seene
Prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi haati warraa isaa eega vaayrasii koroonatiin qabamuun mirkanaa’ee booda, kaleessa kophatti baafamanii yaalamaa jiraachuu ibsamee…
Guutuu Dubbisi » -

Addunyaa irratti lakkoofsi namoota Covid-19 du’anii miiliyoona caale
Dhibeen daddarbaan ji’a 10 dura Chaayinaa kutaa Wuhaan keessatti argamun labsame, hardha guutuu Addunyaa waliin gahee, lubbuu nama miiliyoona tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaan Kuweeyt Sheikh Sabah Al-Ahmad Al-Jabir du’e
Manguddoon waggaa 91 Sheikh Sabah Al-Ahmad Al-Jabir yeroo dhihoo as dhukkubsatee Ameerikaa keessatti kan yaalamaa ture akka taheefi, guyyaa hardha…
Guutuu Dubbisi » -

Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koronaan qabamani hir’achaa jira jedhame.
Ogeessoonni Dhaabbata Fayyaa Adduunyaa sababa tatamsa’inni vaayrasichaa itti hir’ate irraatti marii gaggeessaniiru.Yaadota ogeessoonni kunneen akka sababaatti kaasan kessaa,jiraattoonni ardiicha dargaggeeyyi…
Guutuu Dubbisi »










