Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Bulchiinsi Kurdistaaniifi mootummaan jiddu gala Iiraaq waraana walirratti banan.
Ji’a dabre keessa Rifarandamii Bulchiinsi kutaa kurdistaan geggeesseen, erga ummanni Kurdistaan irra caalaan Iiraaq irraa fottuquu filatee booda, mootummaa jiddugalaa…
Guutuu Dubbisi » Ministeeri Haajaa Alaa Ameerikaa Reeks Tilarsan Malik Salmaan waliin mari’ate.
Malikni Sa’udi Malik Salman Bin Abdulaziiz Alhada har’aa Magaalaa Riyaad keessatti Ministeera Haajaa Alaa Ameerikaa Reeks Tilarsan waliin mari’ate. Mariin…
Guutuu Dubbisi »-

Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti bulchuuf dhiheesse, kan fudhatama hin…
Guutuu Dubbisi » -

Daangaa Biyya Maalii irratti loltoonni Nijeer 12 ajjeeffaman.
Nijeer gama kibba Lixaa daangaa Maalii irratti hidhattoonni loltoota Nijeer 12 ajjeessuun, heddu ammoo madeessan. Hidhattoonni kunniin haleellaa kana kan…
Guutuu Dubbisi » Dhoohinsa Boombii Somaaliyaa keessatti mudateen baay’inni namoota du’anii 358 gahe
Haleellaa Boombii torban dabre keessa Somaaliyaa Magaalaa Maqdishootti raawwatameen, baay’inni namoota du’anii 358 gahee jira. namoonni heddus madaawanii hospitaalatti wal’aanamaa…
Guutuu Dubbisi »Faransaayi Karoora qubsumaa Isra’eel baafate balaalefatte.
Mootummaan Faransaayi, murtii qondaaltonni Isra’eel manneen haarawa 3000 ol, dachii Falasxiin naannawa west baankitti ijaaruuf guyyaa kaleessaa dabarsan kan balaalefatu…
Guutuu Dubbisi »-

Manni murtii godina Harargee Lixaa Namoota doolaara karaa seeraan alaatiin seene waliin qabaman irratti murtii dabarse
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Lixaaa namoota doolaara karaa seeraan alaatiin biyya seene osoo naannessan, keellaa Bordoddee irratti kanaan dura…
Guutuu Dubbisi » Manni murtii ol’aanaa Federaalaa gaaffii mirga wabii Obbo Baqqalaa Garbaa irratti murtii kennuuf beellame.
Gumiin abbootii murtii dhimmaa Obbo Baqqalaa Garbaa ilaalaa ture dhaddacha August 10/2017 ooleen, mirga wabii dhoorkachuudhaan mana hidhaa keessa akka…
Guutuu Dubbisi »-

Kubeek Seera Niqaaba ugguru labsite.
Seerri biyya Kaanaadaa kutaa Kubeekitti baye kun namni kamiyyuu tajaajila mootummaa argachuufis ta’ee kennuuf fuulli muldhachuu qaba jedha. Seerri kun…
Guutuu Dubbisi » -

Kubeek Seera Niqaaba ugguru labsite.
Seerri biyya Kaanaadaa kutaa Kubeekitti baye kun namni kamiyyuu tajaajila mootummaa argachuufis ta’ee kennuuf fuulli muldhachuu qaba jedha. Seerri kun…
Guutuu Dubbisi »






