Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Godina Shawaa Lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni mootummaa namoota ajjeessuun gabaafame.
Godina Shawaa lixaa magaalaa Gudar keessatti loltoonni Agaazii dhukaasa bananiin, miseensa poolisii Oromiyaa tokko dabalatee namoota afur ajjeessuun , namoota…
Guutuu Dubbisi » Prezdaantiin Ameerikaa Uggura baqatonni akka Ameerikaa hin seene jechuun labse ture kan kase tahu ibse.
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp yeroo duula filaannoo geggeessa ture irra jalqabe imammata haarawa adda addaa bafatee socho’aa ture. Imammata isaa…
Guutuu Dubbisi »Manni murtii ol’aanaa Keeniyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaalin hafe.
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa Odiingaa dabalatee, dhaabbileen adda addaa haalli adeemsa…
Guutuu Dubbisi »-

Bulchiinsi Kurdistaan Wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu kan tursiisu tahuu beeksise.
Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kurdistaan ibsa ganama har’aa baaseen, bu’aa rifarandamii hordofuun wixinee yaada Iiraaq irraa fottoquu baasee ture kan tursiisuu …
Guutuu Dubbisi » -

Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata jiru jala lubbuu isaanii hambisuuf…
Guutuu Dubbisi » Kufaatiin Gamtaa biyyoota galoo galaana Arabiyaa naannicha rakkoo hamaa keessa kan galchu akka ta’e Amiirri Kuweet akeekkachiise.
Amiirri Kuweet, Sheekh Sabah Al Ahmad Al Sabah, biyyoonni galoo galaana Arabiyaa waldhabdee Qaxar waliin qaban kan hin furamne yoo…
Guutuu Dubbisi »Kanaadaan deeggarsa doolara Miliyoona 9.5 ol muslimoota Rohingiyaatiif arjoomte.
Mummichi ministeera Kanaadaa Jastiin Trawudoo; Muslimoota Rohingiyaa kan duguuggaa sanyii waraanni mootummaa Miyanmaar irratti raawwata jiru jala lubbuu isaanii hambisuuf…
Guutuu Dubbisi »Magaala Alqudsi keessatti Waraanni Isra’eel lammiilee Falisxiin 50 ol hidhe.
Lammiileen Falisxiin kunniin kan hidhaman iddoo Issawiyaa jedhamu kan baha magaalaa Alqudsiitti argamtu irraa yoo tahu, yakka loltoota Isra’eel irratti…
Guutuu Dubbisi »Bulchiinsi Katalooniyaa Wixinee Mootummaa Ispeen kan hin fudhanne tahuu ibse.
Hoogganaan Bulchiinsa Kataloon Karloos Piyugmoont, wixineen Mootummaan Ispeen kutaa Kataloon kallattiin mootummaa jiddu galeessaa jalatti bulchuuf dhiheesse, kan fudhatama hin…
Guutuu Dubbisi »



