Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Kanadaan Appilikeeshina Telefoona nama dhibee COVID-19’n faalame adda baasu hojjatte
Muummichi ministeera Kanadaa Justin Trudeau “Appilikeeshiniin bilbila ammayyaa ‘COVID Allert’ jedhamu kun kalaqa haarawa dhibee kana ittisuuf fayyaadu” jedhe. Akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -

Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii biyyoota Arabaatiif kan jalqabaa tahe ifatti hojii jalqabsiiste
Emreets Wiirtuu Gabbisa Niwkilarii “Barakaa”jechuun moggaafate kana, daangaa biyyattii gama Qaxar aanu irratti kan ijaarte yoo tahu, teeknoolojii Kooriyaa Kibbaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Lammiilee Afrikaa Kibbaa Covid-19 qabamanii 500,000 dabruu gabaafame
Ministeerri Fayyaa Afrikaa Kibbaa ibsa baaseen, Sabtii kaleessaa qofa biyyattii keessatti vaayirasichi namoota 10,107 irratti akka argame ibsuun, walumaa galaatti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID_19 fi Sirna Hajjii bara 2020
Imalli Hajjii utubaa Islaamaa shanan jidduu tokko yoo ta’u, nama muslimaa humna ( qabeenya raawwachuuf isa gahu qabu) mara irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Sa’uudii 10,000 sirna Hajjii bara 1441 geggeessaa jiran
Muslimoonni miiliyoonataan lakkaahaman waggaa waggaan guutuu addunyaa irraa gara Magaalaa Kabjamtuu Makkaa imaluun, sirna Hajjii kan geggeessan tahuun ni beekama.…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeera Maleezhiyaa kan duraanii malaamaltummaan yakkamuun hidhaan waggaa 12 irratti murtaahe.
Muummichi Ministeera Maleezhiyaa kan duraanii Najiib Razaaq Bara 2009 kaasee waggoota 9‘f aango irra kan ture yoo tahu, yeroo biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahee miiliyoona 16 dabre
Weerarri Vaayirasii Koroonaa ammas guutuu addunyaa keessatti hammaatee kan itti fufe yoo tahu, hanga guyyaa har’aatti lakkoofsi namoota vaayirasichaan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Suudaan keessatti awwaalli qondaaltonni biyyattii duraanii heddu jumlaan keessatti awwaalaman argamuu gabaafame
Suudaan magaalaa Khaartuum keessatti awwaalli qondaaltonni waraana biyyattii duraanii 28 jumlaan keessatti awwaalaman kan argame tahuu gabaafame. Abbaan alangaa mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Turkiyaa waggaa 86 booda har’a Masjiida Ayaa Soofiyaa keessatti salaata jum’aa salaataa jiran
Mootummaan Turkiyaan Masjiida beekamaa seeraan ala gara Muuziyeemiitti jijjiiramee ture, torbaan lama dura gara Masjiidaatti akka deebi’u murteessuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Guuttuu Addunyaa irraa lakkoofsi Namoota COVID-19 qabamanii miliyoona 15 dabre
Guuttuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii walumaagalatti miliyoona 15 ol dabru, kan dhibee kanaan du’uun isaanii mirkanaawe immoo 617,832 dabruu…
Guutuu Dubbisi »










