Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Gareen Abukaatoo Obbo Jawaar Muhaammad, Jawaariin akka hin dubbisne dhoorkamuu beeksise
Gareen abukaatoo namoota jaha qabu Jawaar Muhaammad dubbisuuf har’atti beellamni qabamuufii kan ture tahus, haaluma kanaan garaa mana hidhaa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Braaziil Dhukkuba Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu gabaafame
Prezdaantiin Braaziil Jair Bolsonaro weerarri vaayirasichaa addunyaa keessa tatamsa’uu akkuma jalqabeen, dhibeen Covid-19 jedhamu hin jiru jechuun haalaa ture. Prezdaantichi…
Guutuu Dubbisi » -

Weerarri Vaayirasii Koroonaa biyyoota heddu keessatti deebi’ee hammaatuu gabaafame
Daayrektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dr. Teedroos Adihanom ibsa kenneen, weerarri Vaayirasii koroonaa haala amma duraa caalatti hamaa taheen addunyaa irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Prezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afaworqii gara Masri imaluu gabaafame
Jilli mootummaa Eertiraa prezdaant Isaayyaas Afaworqiin durfamu daaw’annaa hojii guyyaa sadihiitiif har’a ganama gara Kaayiroo imaluu gabaafame. Ministeerri Odeeyfannoo biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -

Poolisiin Oromiyaa lakkoofsi namoota ajjeefamanii 166 ol tahuu beeksise
Ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun mormii magaaloota godinaalee Oromiyaatti ka’en, yoo diqqaate namoonni 166 Oromiyaa fi magaalaa Finfinnee…
Guutuu Dubbisi » -

Jaarmiyaaleen Muslimoota Itoophiyaa 3, ajjeechaa Artist Haacaaluu balaaleeffatan
Jaarmiyaaleen hawaasa Muslima Itiyoophiyaa biyya alaatti argaman 3, ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti Kibxata dabre raawwatame kan balaaleeffatan yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii haalli Ityoophiyaa keessa jiru kan isa yaaddeesse tahuu beeksise
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiiniin Mirga Namoomaa ibsa baaseen, ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti raawwatame hordofuun rakkoon biyyattii keessatti muudate kan…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi mootummaa saba Sidaamaa ifatti hundeeffame
Ummanni Sidaamaa ji’oota muraasa dura zooniin isaanii gara naannoo akka ol guddatuuf sagaleen rifarandamiitiin kan mirkaneesse yoo tahu, Waxabajjii 11/2012…
Guutuu Dubbisi » -

Lakkoofsi Namoota Naannoo Oromiyaatti ajjeefamanii 100 ol tahuu ibsame
Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad Guyyaa har’aa marii haala yeroo irratti qondaaltota mootummaa waliin kan taasise tahuu gabaafame. Marii kana irratti…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan “Jawaar Muhammad fi warri isa waliin ture hoggantoota mootummaa ajjeesuuf yaada qaban” jechuun yakke
Poolisiin Federaalaa ibsa galgala har’aa baaseen, Awwaalcha Artist Haacaaluu Hundeessaan wal qabatee yaalii ajjeechaa hoggantoota mootummaa irratti taasifamuuf ture fashaleessuu…
Guutuu Dubbisi »










