Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii Koroonaatiin qabamuu mirkanaahee 968 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa Jum’aa har’aa baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 5,015 geggeesseen, namoota 137 irratti vaayirasiin koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Suudaan hidhattoonni Ityoophiyaa daangaa ce’uun loltoota isii irratti haleellaa raawwatuu beeksiste
Dhaabbanni Odeeyfannoo Suudaan akka gabaasetti, hidhattoonni Ityoophiyaa Khamiisa kaleessaa daangaa ce’uun loltoota mootummaa Suudaan irratti haleellaa raawwataniin lotuun Suudaan tokko…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Miniyaapolisiitti Ajjeechaan Poolisni nama adii, nama gurraacha irratti raawwate Mormii Cimaa kaase
Ameerikaa Kutaa Minesootaa magaalaa Miniyaapolisiitti, guyyaa lama dura Viidiyoon Poolisoonni nama adii, nama gurraacha lammii Ameerikaa tokko erga to’annaa jala…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 100 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise
Ministeerri Fayyaa ibsa har’a baaseen, qorannoo laabiraatoorii sa’aatii 24 darban keessatti namoota 4,950 irratti geggeeffameen, namoota 100 irratti vaayirasiin Koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Walitti bu’iinsi waraana Chaayinaa fi Indiyaa jiddutti ka’e hammaataa dhufuu gabaafame
Jalqaba ji’a kanaa loltoonni Chaayinaa fi Indiyaa daangaa irratti walitti bu’uun eega dhagahamee booda, biyyoonni lamaanuu humna dabalataa gara naannichaa…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Naannoo Oromiyaa fi magaalaa Finfinnee, “Sanadni dhoksaan dhiyaate seeraa ala” jechuun balaaleefatan
Hoggantoonni Majlisa Federaalaa muraasni, wixinee seeraa Manni Marii dhimmoota Islaamaa labsiin akka hundeeffamu gaafatu, kan kanaan dura paarlaamaaf ergamee fooyya’uu…
Guutuu Dubbisi » -

Abbaan Alangaa Federaalaa qajeelfamni haguuggaan fuulaa (Maskii) akka uffatamu dirqama godhu ragga’uu beeksise
Hoggantuun Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaa Aadde Adaanech Abeebee fuula feesbuukii isii irratti, qajeelfamni haaraya bahe kun weerara vaayirasii koroonaa yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 731 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 4,352 geggeesseen, namoota 30 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni Wixineen Seeraa majlisni labsiin akka hundeeffamu gaafatu akka hin raggaasifamne gufachiisaa jiraatuu gabaafame
Ummanni Muslimaa waggoota 50 oliif Manni Marii Dhimmoota Islaamaa seeraan akka labsamu gaafataa jira. Wareegama guddaas itti kafalaa turuun ni…
Guutuu Dubbisi » -

Sa’uudiin June 21/2020 booda uggura sochii ummataa irra kaahamee ture kaasuuf karoorfatte
Mootummaan Sa’uudii weerara vaayirasii koroonaa to’achuuf uggura sochii ummataa irra kaahee ture, xumura torbee kanaa irraa eegalee laaffisuun ji’a dhuftu…
Guutuu Dubbisi »








