Odeeyfannoo
Odeeyfannoo Guutuu Addunyaa
-

Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 5,000,000 dabre
Hanga arba’aa har’aatti guutuu Addunyaa irraa lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii walumaagalatti 5,045,467 gahe jira, kan du’an 327,462 yoo…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Weerarri vaayirasii koroonaa haala yaaddessaa irra gahuu ibse
Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa haala waliigalaa weerara Vaayirasii koroonaa irratti ibsa har’aa kennaniin, tamsa’ini weerara vaayrasii koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Iddoo Masjiidaa Fi Wiirtuun Islaamaa irratti ijaaramu Majliisa Finfinneetiif dabarsee kenne
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lafa bal’ini isaa Isquweer Kaareemeetra kuma 30 tahe, kan Masjiidaa fi Wiirtuun Islaamaa guddaan irratti akka ijaaramuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Masjiid Al Aqsaan Iidaa booda kan banamu tahuu ibsame
Manni Marii Dhimmoota Waqf Islaama magaala Alqudsi ibsa baaseen, Masjiid al Aqsaan hiikkaa somanaa booda, torbee dhuftu keessa salaataaf akka…
Guutuu Dubbisi » -

Itti aanaa Prezdaantii Suudaan Kibbaa dabalatee qondaaltonni biyyattii heddu COVID-19 qabamuu gabaafame
Itti aanaan Prezdaantii Suudaan Kibbaa Riik Machaar fi Haadha Warraa isaa, akkasumas eegdonnii fi qondaaltonni waajjira Itti aanaa prezdaantii heddu…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Addunyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 4,700,000 dabre
Guuttuu addunyaatti lakkoofsi namoota dhibee Koroonaa Vaayirasiin qabamanii hanga alhada har’aatti 4,700,000 dabre, lakkoofsi namoota sababa Vaayirasii kanaan du’anii immoo…
Guutuu Dubbisi » -

Shakkamaan yakka duguggaa sanyii Ruwaandaa waggaa 26 booda to’annaa jala oolfame
Duguggaa sanyii bara 1994 keessa Ruwaandaatti raawwatameen guyyoota 100 keessatti namoonni 800,000 ol ajjeeffaman, Duguggaa raawwatame kanaaf adda durummaan shakkamee…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Mootummaa Afgaanistaan Angoo walii qooduuf walii galuu beeksisan
Komishiiniin filannoo Afgaanistaan bu’aa filannoo Prezdaantummaa September 28/2019 geeggeeffamee ture, ji’a shan booda February dabre yeroo labsetti, Prezdaant Ashiraf Gaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Ardii Afrikaa keessatti lakkoofsi namoota Vaayirasii koroonaatiin qabamanii 80,000 dabre
Wiirtuun To’annoo Dhibee Afrikaa, Africa CDC jedhamu gabaasa har’a May 17, 2020 baaseen, biyyoonni miseensa Gamtaa Afrikaa hundinuu namoonni Vaayirasichaan…
Guutuu Dubbisi » -

Iiraan Humni Galaana Ameerikaa Markaba isii danquuf yaalii godha taanaan deebisaa hamaa kan kennitu tahuu akeekkachiiste
Markabni Mootummaa Iiraan Boba’aa fe’atte takka gara Venezweelaa imala jalqabuu eega gabaafamee boode, Ameerikaan Markabattii irratti tarkaanfii kan fudhattu tahuu…
Guutuu Dubbisi »










